Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Raayyaa Ittisaa Xaaliyaan, Gurraandhala 12 idoowwan Ityoophiyaanonni itti ajjeefaman…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Xaaliyaan Gurraandhala 12 idoowwan Ityoophiyaanonni itti ajjeefaman daawwachuufi.
…
Ityoophiyaan marii Hidha Haaromsaarratti Ameerikaatti gaggeeffamurratti hin hirmaattu
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) -Ityoophiyaan marii Hidha Haaromsaarratti Ameerikaatti gaggeeffamurratti hin hirmaattu.
Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii akka…
Preezdaantiin Koomiishinii Gamtaa Awrooppaa har’a Finfinnee ni galu
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Koomiishinii Gamtaa Awrooppaa Ursuulaa Voon Dar Leeyn har’a Finfinnee ni galu.
Ursuulaa Voon Dar Leeyn gara Finfinnee kan…
Ityoophiyaa ijaarun hojii adda duree ta’uu qaba – MM Dr Abiy Ahimad
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa ijaarun hojii adda duree ta'uu qaba jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy…
Obbo Gadduun daawwii hojiitif Xaaliyaan jiru
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw daawwii hojiitif eda gara Xaaliyaan imalaniiru.
Turmaata isaanii…
Proojaktii abbaa warraa miiliyoona 1.2 fayyaduu danda’u gara hojiitti galchee socho’aa jiraachu ibse
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) - Ministeerri Qonnaa maallaqa liqaa Baankii Addunyaarra argameen proojaktii abbaa warraa miiliyoona 1.2 fayyaduu danda’u gara hojiitti galchee socho’aa…
Hoggansi tajaajila ummanni argachuu qabu kara iftoominaa fi hubannoo guutuun akka kennuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Hoggansi tajaajila ummanni argachuu qabu kara iftoominaa fi hubannoo guutuun akka kennuuf xiyyeefannan hojjatamaa jira jedhe waajirri paartii…
Waajjirri Muummee Ministiraa muudama laate
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa muudama laate.
Haaluma kanaan;
Obbo Yohaannis Buyaa’alaw; Preezdaanti Akkaadaami Hoggansa…
Abbaa Alangee Federaalatiin namoota himannaan adda citeef 63n
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Abbaa Alangee Federaalatiin namoota himannaan adda citeef 63n.
1. L/K/ Biiniyaam Tawaldaa
2. L/K/ Sallaay Yihuun
3. L/K Tsaggaayee Annimuut
4.…
Ambaasaaddar Reedwaan ambaasaaddaroota biyyoota addaddaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Reedwaan Huseen ambaasaaddaroota biyyoota addaddaa teessoo isaanii magaalaa…