Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Injiiner Taakkalaan Proojaktoota Birrii Biiliyoona 10.7 hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiiner Taakkalaa Uumaan Proojaktoota Birrii Biiliyoona 10.7 magaalicha keessatti hojjetamaa jiran…
Ityoophiyaan badhaasa jijjiirrama qabeenya qilleensaaf misooma magariisummaan kaadhimamte
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan bara Faranjootaa 2019 duula misooma gariisummaan biqiltuu biiliyoona 4 dhaabuu isheen jijjiirrama qabeenya qilleensaa biyyaaleessan…
Ambaasaaddar Reedwaan ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa waliin mari’atan
Ambaasaaddar Reedwaan ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa waliin mari'atan
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Reedwaan…
Abbaan alangaa waliigala Oromiyaa raawwii hojii baatiiwwan 6 Adaamaatti gamaaggamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Abbaan alangaa waliigala Oromiyaa raawwii hojii baatiiwwan 6 Adaamaatti gamaaggamaa jira.
Manni hojichaa raawwii hojii godinaalee fi aanaalee…
Ulaagaalee mirga namoomaa idila addunyaa leenjii imaammata barnootaa keessa galchuuf mari’atamaa…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) - Haala ulaagaalee mirga namoomaa idila addunyaa leenjii imaammata barnootaa keessa galchuun danda’amurratti mariin gaggeeffamaa jiraachuu Koreen…
Sagantaan nyaata manneen barnootaa naannoolee Oromiyaa fi Afaar ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Sagantaa nyaataa manneen barnootaa daa’immaan naannoolee Oromiyaa fi Soomaalee fayyadamoo taasiisu ifoomeera.
Sagantaa kanaaf Doolaarri…
Gimbiitti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Wallagga Lixaa magaalaa Gimbiitti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame.
Jiraattonni magaalaa Gimbii hiriirichaan…
Ityoophiyaanonni 104 Taanzaaniyaadhaa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 104 Taanzaaniyaadhaa gara biyyaa deebi’an.
Namoonni deebi’an kanneen faddaaltotaa fi daddabarsitootaan dabarfamaa kan…
Godina Gaamootti balaa konkoolaatatiin lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Godina Gaamootti balaa konkolaatatiin lubbuun namoota 8 darbe.
Konkolaataan ummataa Miinibaasii jedhamu imaltoota fe’ee aanaa Garasee irraa…
Siimpooziyamiin Qorannaa Poolisii 2ffaa magaalaa Sandaafaatti taa’amaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) - Siimpooziyamiin Qorannaa Poolisii 2ffaa magaalaa Sandaafaatti taa'amaa jira.
Siimpooziyamiin biyyoolessaa kun mata duree "Tajaajila poolisii…