Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan naannoo Tigraay sirreeffamtoonni 2,332 dhiifamaan akka gadhiifaman murteesse
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Tigraay sirreeffamtoonni 2,332 dhiifamaan akka gadhiifaman murteesse.
Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Mootummaa Naannoo…
Magaalichatti sirni to’annoo tiraafikaa ammayyaa’aan hojiirra oolufi
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti tajaajila geejjibaa fooyyeessuuf, intalajansiin sirna geejjibaa to’annoo tiraafikaa ammayyaa’aa hojiirra oolufi.
Sirnichis…
Humni Qilleensaa FDRI hoggansa olaanoof guddina laate
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Humni Qilleensaa FDRI hoggansa olaanoof guddina laate.
Sirna Ajaja Waliigalaa Humna Qilleensaa FDRI, Bishooftuutti har'a…
Magaalaa Sabbataatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Jiraattonni Magaalaa Sabbataa fi Naannawaa ishee hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadif gaggeeffameera..
Jiraattonni…
Asallaatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) –Magaalaa Asallaatti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffameera.
Jiraattonni magaalaa Asallaa hiriirichaan deeggarsa…
Torbeen agarsiisa aadaa Ityoo-Baahireen eegale
Torbeen agarsiisa aadaa Ityoo-Baahireen eegale
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) - Torbeen agarsiisa aadaa Ityoo-Baahireen eegalemeera.
Baahireenitti waajjirrii qonsiila FDRI…
Preezdaantiin Koomiishinii Gamtaa Awrooppaa Finfinnee galaniiru
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Koomiishinii Gamtaa Awrooppaa Ursuulaa Voon Dar Leeyn Finfinnee galaniiru.
Ursuulaa Voon Dar Leeyn walga’ii waloo Gamtaa Afrikaa…
MM FDRI Dooktar Abiy jiraattoota godina Alaabaa fi Kambaataa Xambaaroo galateeffatan
Finfinnee, Gurraandha 18, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa hoo’aa jiraattoonni godina Alaabaa fi Kambaataa Xambaaroo taasisaniif galateeffataniiru.…
Hojiileen walitti dhufeenya ummataa cimsan sadarkaa biyyaaleessatti ni hojjetamu – Ministeera…
Finfinnee, Gurraandhala18, 2012 (FBC) - Hojiileen walitti dhufeenya ummataa cimsuu danda’an sadarkaa biyyaaleessatti kan hojjetaman ta’uu Ministeerri Nageenyaa beeksiseera.
…
Obbo Gadduun gita isaanii Xaaliyaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw gita isaanii Xaaliyaanii Luuwiijii Diimaayoo waliin mari’ataniiru.
…