Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Gadduun hoggantoota dhaabbilee idil addunyaa garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw daawwannaa Xaaliyaanitti taasisaa jiran cinaatti hoggantoota dhaabbilee idil…
Preezdaant Saahilawarq boqachuu Hoosnii Mubaarakiin gadda itti dhaga’ame ibsatan
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen, boqachuu preezdaantii Gibts duraanii Hoosnii Mubaarakiin gadda itti dhaga'ame ibsatan.
…
Injifannoon Adwaa bu’aa waloo ummataati – hayyoota
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Injifannoon Adwaa bu'aa waloo ummataa ta'uun isaa, rakkoolee amma biyyattiitti muul'ataniif akka fakkeenyaatti dhiyaachuu qaba jedhan hayyoonni.…
Dooktar Injinar Silashii Baqqalaa Itti aanaa preezdaanti Komishinii Gamtaa Awurooppaa waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) - Ministirri Bishaanii, Jallisii fi Inaarjii Dooktar Injinar Silashii Baqqalaa Itti aanaa preezdaanti Komishinii Gamtaa Awurooppaa Firaansi…
Ityoophiyaanonni 96 Taanzaaniyaadhaa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 96 Taanzaaniyaadhaa gara biyyaa deebi’an.
Namoonni deebi’an kanneen faddaaltotaa fi daddabarsitootaan dabarfamaa kan…
Hojii saatalaayiti ETRSS-1 to’achuu fi odeeffannoo walitti qabu lammiilee Ityoophiyaan gaggeeffamaa…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Hojii saatalaayiti ETRSS-1 to’achuu fi odeeffannoo walitti qabu lammiilee Ityoophiyaan gaggeeffamaa jirachuu ibsame.
Ogeessoonni Ityoophiyaa of…
Injinar Takkalaan proojaktoota ijaarsa daandii lama daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) - Itti aanaa kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injinar Takkalaa Uumaa proojaktoota ijaarsa daandii lama daawwataniiru.
…
Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa waliigaltee Doolaara miiliyoona 27.6 walii mallatteessan
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa waliigaltee hariiroo hawaas diinagdee cimsuu dandeessisan walii mallatteessan.
Waliigalteen mallatteeffame…
Karaa seeraan alaa gara Sudaanitti ce’uuf kan yaalaan shamarraan 96 to’ataman
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Karaa seeraan alaa gara Sudaanitti ce’uuf kan yaalaan shamarraan 96 to’atamuu qajeelchi poolisii magaalaa Gondar beeksise.
Shamarraan kutaalee…
Ministeerri Nageenyaa ogeessota miidiyaa fi qunnamtii hawaasaaf leenjii kenne
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa ogeessota miidiyaa fi qunnamtii hawaasaaf leenjii kenne.
Leenjichi mata duree “miidiyaaleen waliin jireenyaaf” jedhuun…