Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa yaa’ii Aaviyeeshinii Afrikaa fi agarsiisa 5ffaa keessummeessufi
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa yaa’ii Aaviyeeshinii Afrikaa fi agarsiisa 5ffaa keessummeessufi
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa yaa’ii Aaviyeeshinii…
Sagantaan Sosochii farra araadaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Sagantaan sosochii farra Araadaa gaggeeffamuu Ministeerri Dhimma Hojjetaa fi hawaasummaa beeksise.
Sosochiin kun sagantaa aartii barsiisoo ta’an…
Wiirtuun Yaala Sammuu Birrii miiliyoona 4.2 ijaarame ebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) - Wiirtuun Yaala Sammuu Birrii miiliyoona 4.2 ijaarame ebbifame.
Moora Hoospitaala Speeshaalaayizdii Sammuu Qidduus Amaanu’eel…
Qonna Ityoophiyaa meekaanaayizdii gochuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) - Ministeerri Qonnaa FDRI, Eejansiin Tiraanisfoormeeshinii Ityoophiyaa fi Iityoo Liiz qonna Ityoophiyaa meekaanaayizdii gochuuf waliigaltee…
Ityoophiyaan hariiroo Gamtaa Awrooppaa waliin qabdu kan cimsitu ta’uun ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa FDRI aadde Mufariyaat Kaamiil Gamtaa Awrooppaatti Koomiishinara Dhimmoota Keessaa Yilvaa Johaansan waliin…
Weerarri hoomaa awwaannisaa godinaalee Oromiyaa tokko tokko keessatti bifa haaradhaan muul’achaa…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) - Weerarri hoomaa awwaannisaa godinaalee Oromiyaa tokko tokko keessatti bifa haaradhaan torbee kana keessa muul’achuun ibsame.
Weerarri hoomaa…
Waltajjiin “Adwaan mallattoo eenyummaa fi tokkummaa keenyati.” jedhu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC)- Waltajjiin "Adwaan mallattoo eenyummaa fi tokkummaa keenyati." jedhu gaggeeffamaa jira.
Waltajjii marichaa kan qopheesse Eejansii Galmeessaa fi…
Boordiin Filannoo Biyyoolessaa deeggarsa Doolaara miiliyoona 30.4 argate
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa deeggarsa Doolaara miiliyoona 30.4 argate.
Boordichi deeggarsicha kan argate Dhaabbata Deeggarsaa…
Gamtaan Awrooppaa filannoo biyyoolessaatif taajjabdoota kan ergu ta’uu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC)- Gamtaan Awrooppaa filannoo biyyoolessaatif taajjabdoota kan ergu ta'uu beeksise.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad itti aanaa preezdaantii…
Yaa’iin koomiishinaroota poolisii federaalaa fi naannolee 10ffaan Samaraatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Yaa'iin koomiishinaroota poolisii federaalaa fi naannolee 10ffaan Samaraatti gaggeeffamaa jira.
Yaa'ichi qopheessummaa naannoo Afaarin magaalaa…