Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qulqullinaa fi qaqqabama barnootaa guddisuuf wiirtuuwwan saayinsii, teeknooloojii, injinariingii fi…
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2012 (FBC) – Qulqullinaa fi qaqqabama barnootaa guddisuuf wiirtuuwwan saayinsii, teeknooloojii, injinariingii fi herreegaa(STEM) babal'achuu qabu jedhame.…
Adwaan injifannoo gootummaa walooti – preezdaant Saahilawarq Zawdee
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2012 (FBC) – Adwaan injifannoo gootummaa walooti jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 124ffaan gaarren…
Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 124ffaan sirnoota addaddaatin kabajame
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2012 (FBC) – Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 124ffaan sirnoota addaddaatin kabajame.
Ayyaanichi magaalaa Finfinnee fi magaalaa Adwaatti…
MM FDRI Dooktar Abiy biqiltuu dhaaban bishaan obaasan
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad biqiltuu naannoo ‘CMC’ tti dhaaban bishaan obaasaniiru.
Dooktar Abiy galgala kana naannichatti…
Mootummoonni naannoollee ergaa baga kabaja ayyaana Adwaan isin ga’ee dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Mootummoonni naannoolee, bulchiinsi magaalaa Finfinnee fi dhaabbileen federaalaa ergaa baga kabaja ayyaana Adwaan isin ga’ee dabarsaniiru.…
Bulchiinsi magaalichaa eebbifamtoota bara 2010 fi 2011 kuma 8 gitoota hojii garaagaraarratti ramade
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee eebbifamtoota haaraa bara 2010 fi 2011 kuma 8 gitoota hojii garaagaraarratti ramaduu beeksise.
Ulaagaalee…
Duulli qulqullina naannoo fi Ispoortii waliinii gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Hoggansi sadarkaa naannoo Oromiyaa leenjii Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachaa jiran duula qulqullina naannoo fi Ispoortii waliinii taasisan.…
Adwaan dirree injifannoo gurraachootni warra adii itti qaanessaniidha – BDhKMNO
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) - Adwaan dirree injifannoo gurraachootni warra adii itti qaanessanii fi seenaan yoomuu hin dagatamne kan itti galmaa’e ta’uu Biiroon Dhimmoota…
Ijaarsi Istaadiyeemii Aqaaqii Qaallitti ariitiin xumuramuun tajaajilaaf ooluu qaba – Injiinar…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 ( FBC) - Ijaarsi Istaadiyeemii Aqaaqii Qaallittii ariitiin xumuramuun tajaajilaaf ooluu akka qabu itti aanaan Kaantibaa magaalaa Finfinnee Injiinar…
Ijaarsi buufata konkolaataa Qaallittii % 98 xumurame.
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Ijaarsi buufata konkolaataa Qaallittii % 98 xumurame.
Buufanni kun baatii tokko keessatti tajaajilaaf ni qophaa’a jedhame
…