Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidhi Haaromsaa kennaa fi eeyyama qaama birootin kan ijaarramu akka hin taane hubatamuu qaba…
Finfinnee Gurraandhala 24, 2012 (FBC) - Hidhi Haaromsaa kennaa fi eeyyama qaama birootin kan ijaarramu akka hin taane hubatamuu qaba jedhan ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo…
Hubannaa dhaabbilee meeshaalee carallaa maddisiisan fayyadaman cimsuun barbaachisaa ta’uun…
Finfinnee Gurraandhala 24, 2012 (FBC) - Hubannaa dhaabbilee meeshaalee carallaa maddisiisan fayyadaman cimsuu irratti xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu ibsame.
Hoggantoonni Ministeera…
Baahireenitti waajjirri qoonsilaa FDRI banamuufi
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Baahireenitti waajjirri qoonsilaa FDRI banamuufi.
Jilli ministir deettaa Ministeera Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon duurfamu…
Rakkoolee haaromsa hambaalee furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) - Rakkoolee haaromsa hambaaleen walqabatee jiru waaraan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taaytaa Qorannoo fi Eeggumsa Hambaalee…
Ministeerri Nageenyaa fi Waldaaleen Siiviikii tumsaan hojjechuufi
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) –Ministeerri Nageenyaa fi Waldaaleen Siiviikii tumsaan hojjechuufi.
Tumsaan hojjechuudhafis waliigalteen qophaa'era.
…
Ityoophiyaatti koonfaransiin misooma intarneetii jalqabaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti koonfaransiin misooma intarneetii jalqabaa gaggeeffamaa jira.
Koonfaransiin Finfinneetti gaggeeffamaa jiru kun hawaasa…
Waajjirri mana marichaa raawwii hojii baatii 6 gamaaggame
Finfinnee Gurraandhala 24, 2012 (FBC) -Waajjirri Mana Maree Qindeessituu Hirmaannaa Ummataa Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa raawwii hojii baatii 6 gamaaggame.
…
Mariin imala qabsoo Oromoorratti xiyyeeffate Roobeetti taa’amaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Mariin imala qabsoo Oromoorratti xiyyeeffate godina Baalee Lixaa magaalaa Roobee Galma Abbaa Gadaatti taa'amaa jira.
Waltajjicharratti gorsaa…
Paartiin Badhaadhinaa; walqixxummaa ummataa ni mirkaneessa – obbo Ooruddiin Badrii
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Falaasamni Paartii Badhaadhinaa Ida'amuun; walqixxummaa ummataa kan mirkaneessudha jedhan preezdaantiin mootummaa naannoo Hararii obbo Ooruddiin…
Jilli Ityoophiyaa af yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI obbo Taaggasaa…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa af yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI obbo Taaggasaa Caafotiin duurfamu Jibuutii daawwate.
Obbo Taaggasaan…