Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaa guyyaan hoomaan awwaannisaa 2-3 gara Ityoophiyaa seenaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) - Guyyaa guyyaan hoomaan awwaannisaa 2-3 gara Ityoophiyaa seenaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa Ityoophiyaa beeksise.
Hoomaan awwaannisaa…
Hafteen buqqee mataa waggaa miiliyoona 1.5 lakkoofsise Afaaritti argame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Hafteen buqqee mataa waggaa miiliyoona 1.5 lakkoofsise naannoo Afaaritti argame.
Hafteen buqqee mataa hoomoo irreektas meeshaa bara…
Yuunvarsiitiin Arsii meeshaalee yaalaa deeggarsaan argate
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) -Yuunvarsiitiin Arsiitti Hospitaalli Riifeeraalaa fi barsiisummaa Asallaa meeshaalee yaalaa garaagaraa Birrii miiliyoona 70 ol baasaan deeggarsan…
Meeshaaleen Koontiroobaandii Birrii miiliyoona 31.6 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) - Meeshaaleen Koontiroobaandii Birrii miiliyoona 31.6 olitti tilmaamamu to’atamu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Guyyoota shanan darban…
Sirni awwaalchaa obbo Wubisheet Warqaalammaaw raawwatame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Sirni awwaalchaa obbo Wubisheet Warqaalammaaw har'a waaree booda Kaatedraala Sillaaseetti raawwatameera.
Qopheessummaa Ministeera Aadaa fi…
Ijaarsa mana barumsaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 30 taasifame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Mootummaan Jaappaan Wallaggaa Baha aanaa Saasiiggaatti mana barumsaa ijaaruuf Birrii miiliyoona 30 deeggarsa taasise.
Proojakticha abbumaan kan…
Ijaarsi marsaa jalqabaa daandii ariitii Mojoo – Hawaasaa %88 xumurameera
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) –Ijaarsi marsaa jalqabaa daandii ariitii Mojoo - Hawaasaa %88 xumurameera.
Ijaarsa daandii Mojoo - Maqii kiilo meetira 56 keessaa kan…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen sagantaa Hidha Haaromsaatif galii walitti qabuu ergaa gabaabaa 8100A…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) -Preezdaant Saahilawarq Zawdeen sagantaa Hidha Haaromsaaf galii walitti qabuu ergaa gabaabaa 8100A ifoomsan.
Preezdaantiin FDRI…
Yaa’iin Aviyeeshinii Afrikaa 5ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) - Yaa'iin Aviyeeshinii Afrikaa 5ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa'ii fi agarsiisni Aviyeeshinii Afrikaa kun har'a magaalaa…
-Lakkoofsa afaan hojii federaalaa dabaluun, biyya afaanota hedduu qabdu ijaaruu dandeessisa
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) -Lakkoofsa afaan hojii federaalaa dabaluun, biyya afaanota hedduu qabdu ijaaruu dandeessisa jedhan hayyoonni.
Manni Maree Ministirootaa Sanbata…