Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa keessa jiraatan 100 ol vaayrasii koroonaa du’aniiru jedhame
Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa keessa jiraatan 100 ol vaayrasaa koroonaan du’uu isaanii himameera.
Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Magaalichatti konkolaattoonni Koodii 2 dabareen socho’uufi
Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti konkolaattoonni manaa dabareen socho’uuf akka ta’e ibsame.
Labsii yeroo ariifachiisaa Manni Maree Ministirootaa baase…
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa dabalataan namoota 4 irratti argame
Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti sa’aa 24 darbetti namoota 842 qorannaan laaboraatoorii taasifameef keessaa namoonni 4 vaayrasichaan qabamuu isaanii Ministirri Ministeera…
Ingiliiz Ityoophiyaaf meeshaalee ittisa koroonaa vaayrasiif tajaajilu ergite
Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Ingiliiz meeshaalee weerara vaayrasii koroonaa to’achuu fi ittisuuf tajaajilan Ityoophiyaaf ergite.
Meeshaaleen kunneen har’a Finfinnee kan…
Preezdaant Saahilawarqi fi Injiinar Taakkalaan ayyaana Hiikaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif…
Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee fi itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan ayyaana Hiikaa sababeeffachuun harka…
Guyyaan Ayyaana Fannoo kabajamaa jira
Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Guyyaan ayyaana Fannoo Iyyasuus Kiristoos hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan kabajamaa jira.
Guyyaan har’aa guyyaa Iyyesuus Kiristoos…
Preezdaant Saahilawarqi gita isaanii Istooniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee haala weerara vaayrasii koroonaa ittisuun danda’amurratti Preezdaantii Istooniyaa Kiristii Kaaljuuleeyid waliin…
Dooktar Liyaan mootummaa Chaayinaa galateeffatan
Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan mootummaan Chaayinaa deeggarsa taasiseef galateefataniiru.
Gareen ogeeyyii yaala…
Yeroo kamiiyyuu of eeggataa fi qophee ta’anii argamuun ogummaadha – MM FDRI Abiyyi…
Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) - Yeroo kamiiyyuu of eeggataa fi qophaa'aa ta'anii argamuun qaroomina jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Kan beeknuu fi kan amannu…
Tiraaktaroonni qonnaa qonnaan bultootaaf kennaman
Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Dhaabbaanni keenyaa tiraaktaroota qonnaa qonnaan bultootaaf kennuu isaa himame.
Tiraktaroonni kunneen bakka Preezdaantiin mootummaa naannoo…