Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Du’aa Ka’uu Iyesuus Kristoos hordoftoota amantaa kiristaanaan guutummaa…
Finfinnee, Eebila 11, 2012 (FBC)- Ayyaanni Du'aa Ka'uu Iyesuus Kristoos hordoftoota amantaa kiristaanaan guutummaa Ityoophiyaatti kabajame.
Ayyaanni Du'aa Ka'uu Iyesuus…
MM Dr. Abiy wal’aanamtoota COVID-19 akka ooluf galma barkumeetti kan qophaa’e giddugala yaalaa…
Finfinnee, Eebila 11, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad wal’aanamtoota COVID-19 akka ooluf galma barkumeetti kan qophaa’e giddugala yaalaa daawwatan.
Muummeen Ministira…
Hoospitaalli Speeshaalaayizdii Q/Pheexroos dandamannaa yaala vaayrasii koroonaa ta’uufi
Finfinnee, Eebila 10, 2012 (FBC) - Hoospitaalli Speeshaalaayizdii Q/Pheexroos torbee dhuftuu eegalee guutummaatti dandamannaa yaala vaayrasii koroonaa ta'uufi.
Ministir deettaan…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii 105 qaqqabe
Finfinnee, Eebila 10, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii 105 qaqqabe.
Sa'aa 24 keessatti qorannaa laabraatoorii namoota 659f…
MM Dr Abiy baga ayyaana du’aa ka’uu Iyyasuus Kiristoosin ittiin isin ga’e jedhan
Finfinnee, Eebila 10, 2012 (FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Kiristaanatiin baga ayyaana du'aa ka'uu Iyyasuus Kiristoosin ittiin isin ga'e jedhan.
Dooktar…
Injiinar Taakkalaa Uuman dargaggootaf kennaa ayyaanaa gumaachan
Finfinnee, Eebila 10, 2012 (FBC)- Itti aanaan kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman dargaggootaf kennaa ayyaanaa gumaachan.
Kennaan dargaggootaf…
Abbootin amantaa baga ayyaana Du’aa Ka’uutin ittiin isin ga’e jechuun, ergaa of…
Finfinnee, Eebila 10, 2012 (FBC)- Abbootin amantaa baga ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus Kiristoosin ittiin isin ga'e jechuun, ergaa of eeggannootis dabarsaniiru.
Abbootin amantaa…
Finfinneen manneen foonii qajeelfama ba’e hojiirra akka oolchan akeekkachiiste
Finfinnee, Eebila 10, 2012 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee manneen foonii qajeelfama ba'e hojiirra akka oolchan akeekkachiise.
Haaluma kanaan;
1. Manneen foonii foon…
Obbo Shimallis baga ayyaana Du’aa Ka’uutin ittiin isin ga’e jedhan
Finfinnee, Eebila 10, 2012 (FBC)- Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan baga ayyaana Du'aa Ka'uutin ittiin isin ga'e…
Naannoo Oromiyaatti Ayyaanaa Hiikaa sababeeffachuun deeggarsi harka qalleeyyiif taasifamaa jira
Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) - Magaalotaa fi aanaalee Oromiyaa garaagaraatti Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif deegarsi taasifamaa jiraachuu himameera.…