Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Eejansiin Traanisfoormeeshinii Qonna Ityoophiyaa qonna Ityoophiyaa jabeessuuf Birrii miiliyoona 91…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Eejansiin Traanisfoormeeshinii Qonna Ityoophiyaa meekaanaayzeeshinii qonna Ityoophiyaa jabeessuuf waliigaltee Birrii miiliyoona 91 mallatteesse.…
Dhaabbileen barnootaa fi leenjii qorannoon gaggeessan akkuma jirutti ta’ee humna diippiloomaasii…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Dhaabbileen barnootaa fi leenjii qorannoon gaggeessan akkuma jirutti ta’ee humna diippiloomaasii ta’uutu irraa eegama jedhame.
Dhaabbileen…
Iityoo Teelekoom hayyoota dubartoota hojii baruu fi barsiisuu keessatti ga’ee olaanaa ba’an badhaase
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Iityoo Teelekoom guyyaa dubartoota addunyaa 44ffaa sababeeffachuun hayyoota dubartoota hojii baruu fi barsiisuu keessatti ga’ee olaanaa ba’an…
Baankiin Addunyaa sagantaa manneen barnootaaf nyaata dhiyeessuuf Doolaara miiliyoona 25 kennuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Baankiin Addunyaa sagantaa manneen barnootaaf nyaata dhiyeessuuf Doolaara miiliyoona 25 kennuuf murteesse.
Baankichi sagantaa manneen barnootaa…
Hojii daldalaa mijataa fi si’ataa taasisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Hojii daldalaa mijataa fi si’ataa taasisuu kan dandeessisu tajaajilli elektirooniiksii daldala Poortaalii biyyaalessaa ifoomera.
Tajaajilli…
Filannoon bara 2012 nagayaan akka xumuramu hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Filannoon biyyoolessaa Ityoophiyaa bara 2012 nagayaan akka xumuramu hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Nageenyaa beeksise.
Ministeerri Nageenyaa,…
Ambaasaaddar Burtukaan gita isaanii Baahireen waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Jilli Ministir Deettaa Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon duurfamu ministir deettaa Dhimma Alaa Baahireen Dooktar Sheehaa Raanaa Biint…
Ameerikaan baha Afrikaatti weerara awwaannisaa ittisuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 10 laatte
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Ameerikaan baha Afrikaatti weerara awwaannisaa ittisuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 10 laatte.
Deeggarsichi karaa Eejansii Misoomaa…
Ityoophiyaan Liigiin Arabaa Hidha Haaromsaarratti Gibts deeggaruun murteen dabarse fudhatama hin…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan Liigiin Arabaa Hidha Haaromsaarratti Gibts deeggaruun murteen dabarse fudhatama hin qabu jette.
Liigiin Arabaa sadarkaa ministiroota…
Qonna Arfaasaa fi Gannaatif xaa’oo kuntaalli miiliyoonni 15 qonnaan bulaadhaf raabsamuufi
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Qonna Arfaasaa fi Gannaatif xaa'oo kuntaalli miiliyoonni 15 qonnaan bulaadhaf raabsamuufi.
Ministir deettaan Ministeera Qonnaa FDRI…