Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haala waldhabee wayita filannoo uummaman hiikuun danda’amurratti qorannoon gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa fi Manni Murtii Waliigala Federaalaa waldhabdee fi mormii yeroo filannoo uummamu haala hiikuun danda’amurratti…
Ministeerichi uffatalee Birrii miiliyoona 5tti tilmaammamu dhaabbilee tola ooltootaaf gumaache
Finfinnee, Gurraandha 28, 2012 (FFBC) – Ministeerri Galiiwwaanii uffatalee Koontiroobaandii qabaman Birrii miiliyoona 5tti tilmaammamu dhaabbilee tola ooltootaaf gumaache.
Ministeerichi…
Waldhabdee waardiyyoota Baankii Innaat gidduutti uummameen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Booleettii waldhabdee waardiyyoota Baankii Innaat gidduutti uummameen lubbuun namoota 3 darbuu ibsameera.…
Ijaarsa Hidhaa Haaromsaa xumuruuf irree tokkoon ni hojjennaa – MM Dooktar Abiy
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jiraattoota godina Daawuroo waliin dhimmoota garaagararratti mari’ataniiru.
Ijaarsa…
Injiinar Taakkalaan qophii biqiltuu daawwatan
Finfinnee, Gurraandha 28, 2012 (FFBC) – Itti aanaan Kaantibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan haala qophii biqiltuu ganna dhufu dhaabbatuu daawwatan.
Magaalichatti…
Iityoo Chiikan ebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee fi preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan warshaa cuucii Adaamaatti ijaarrame;…
Obbo Dammaqaan hojiilee koroonaa vaayrasii ittisuuf hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan hojiilee koroonaa vaayrasii ittisuuf hojjetamaa jiran daawwatan.
Obbo Dammaqaan Wiirtuu…
Ityoophiyaan walga’ii idilee Mana Maree Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan walga'ii idilee Mana Maree Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachaa jirti.
Teessoosaa…
MM Dr Abiy Ahimad jiraattota godina Daawroof ergaa dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad godina Daawroo magaalaa Tarcaatti jiraattotaaf ergaa dabarsan.
Dooktar Abiy istaadiyamii…
Balaa ibiddaatiin biqiltuuwwaan Kuma 200 ol manca’an
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) -Aanaa Shaashamannee ganda Daalattii Calalaqaatti balaa ibiddaa qaqqabeen biqiltuuwwan duula "ashaaraa magariisaatiin" Adoolesa 22, 2011 dhaabaman…