Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Asallaatti ijaarsi bu’uuraalee misoomaa gaaffii ummataa deebisuu danda’an hojjechaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Asallaa ijaarsa bu'uuraalee misoomaa gaaffii ummataa deebisuu danda'an hojjechaa jira.
Kantiibaan magaalichaa obbo Gabree…
Preezdaanti Saahilawarq guyyaa Dubartoota (‘March 8’) ilaalchisuun erga baga geessanii…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarq guyyaa Dubartoota ('March 8') ilaalchisuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Biyya keenyaatti guddinni dhimma…
Guyyaan Dubartoota Addunyaa (‘March 8’) qophii garagaraan kabajameera
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) – Guyyaan Dubartoota Addunyaa (‘March 8’) kabajame.
Guyyaan Dubartoota Addunyaa (‘March 8’) qophii garagaraan kabajameera.
Guyyaan Dubartoota…
Jiraattoonni aanaa Gimbichuu lammiilee waggaa 1 dura balaa xiyyaaraan lubbuun isaani darbeef…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) - Jiraattoonni aanaa Gimbichuu lammiilee waggaa 1 dura balaa xiyyaaraan lubbuun isaani darbeef yaadannoo waggaa taasisaan.
Balaan xiyyaaraa kun…
Hojiin Ijaarsa Warshaan Daabboo Shaggar Hojiin siviliisaa xummurame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) – Hojiin Ijaarsa Warshaan Daabboo Shaggar Hojiin siviliisaa xummuramee yeroo ammaa hojii maashina dhaabuu hojjetamaa jira.
Warshaan Daabboo Shaggar…
kooleejjiin Poolisii Oromiyaa miseensootaa Poolisii marsaa 30ffaaf leenjiisaa ture har’a…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) – kooleejjiin Poolisii Oromiyaa miseensootaa Poolisii marsaa 30ffaaf leenjiisaa ture guyyaa har'a eebbisise.
Poolisoonnii har'a eebbifaman kunniin…
Mummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad jiraattoota Godina Oomoo Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) – Mummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad jiraattoota Godina Oomoo Kibbaa waliin magaalaa Jiinkaa mari'ataniiru.
Mummeen Ministira Dooktar…
Rakkoo nageenyaa godinaalee Lixa Oromiyaatti qaamoolee hidhateen ga’aa jiru dhaabsisuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Rakkoo nageenyaa godinaalee Lixa Oromiyaatti qaamoolee hidhateen ga’aa jiru dhaabsisuuf tarkaanfiin fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu…
Magaalaa Naqamteetti balaa ibiddaan lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) Magaalaa Naqamtee naannoo Keejaamoo jedhamutti balaa ibiddaa mana jireenyaa keessatti mudateen lubbuun namoota 2 yoo darbu, namoota 2 irra ammoo…
MM FDRI Dooktar Abiy ergaa baga geessaniinii ayyaana dubartoota addunyaa waggaa 44ffaa dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad kabaja ayyaana dubartoota addunyaa (March 8 ) 44ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…