Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa boqachuu aadde Natsaannat Asfaawin gadda iitti dhaga’ame ibse
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI boqachuu aadde Natsaannat Asfaawin gadda itti dhaga’ame ibse.
Manni marichaa ibsa har’a baasen, aadde…
Obbo Gadduun Muusaa Faqii Mahaammat waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw dura taa’aa Koomiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faqii Mahaammat waliin mari’ataniiru.…
Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaatti hoggansa sodaa balaa cimsuuf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 26 laate
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaatti bulchiinsa hoggansa sodaa balaa cimsuuf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 26 laate.
Deeggarsichi naannoo…
Preezdaant Saahilawarq Aliis Oolbiraayit waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen hoji raawwachiistuu olaantuu Tumsa Barnootaa Idil Addunyaa Aliis Oolbiraayit waliin mari'atan.
Tumsi…
Aadde Natsaannat Asfaaw boqatan
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Aadde Natsaannat Asfaaw boqatan.
Aadde Natsaannat 1970n keessa gaazexeessituu Raadiyoo Jarman ta'uudhan tajaajilaniiru.
…
Sirna bulchiinsa geejibaa qindaa’aa hojiirra oolchuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Abbaan Taaytaa Geejibaa Federaalaa fi Inistiitiyuutiin Teeknooloojii fi Innooveeshinii waliigaltee sirna bulchiinsa geejibaa qindaa'aa mallatteessan.…
MM Dr Abiy yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan balaaleffatan
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook irratti aggaammame balaaleffatan.…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI booru walga’ii idilee 13ffaa bara hojii 5ffaasaa…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI booru walga'ii idilee 13ffaa bara hojii 5ffaasaa ni gaggeessa.
Walga'ichaanis murteewwan…
Naannoon Afaar miseensota humna addaa leenjisaa ture ebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Poolisii Naannoo Afaar miseensota humna addaa leenjisaa ture ebbisiise.
Koomishinichi miseensoota humna addaa baatii afuriif…
Miidiyaalee yaadolii ummata walitti buusan tamsaasanirratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Miidiyaalee yaadolii ummata walitti buusan tamsaasanirratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhame.
Ittigaafatamaan Waajjira Prees Sakreetarii Muummee…