Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa yaa’ii idileesaa gaggeessen murteewwan adda addaa dabarse
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Saboota, Sablammoota, Ummattoota Kibbaa walga’ii idileesaa gaggeessen murteewwan dabarseera.
Manni maree bulchiinsa…
Yaa’iin naannoo Amaaraa magaalaa Baahir Daaritti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC)- Yaa'iin "tokkummaa waaraa fi milkii hundagaleessaa" naannoo Amaaraa magaalaa Baahir Daaritti gaggeeffamaa jira.
Yaa'icharratti hoggansi…
Meeshaan waraanaa daddabarsitootan gara Ityoophiyaa gale to’atameera
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) - Meeshaan waraanaa garee daddabarsitoota idil addunyaatin gara Ityoophiyaa gale to'atameera.
Meeshaan waraanichaa garee daddabarsitoota…
Qaamolee haasaa jibbiinsa tamsaasanirratti tarkaanfiin fudhatamuu qaba- paartilee siyaasaa
Finfinnee, Bitoottessa 1, 2012 (FBC) - Qaamoolee haasaa jibbiinsa tokkumaa lammiilee Ityoophiyaa laaffisan tamsaasanirratti mootummaa tarkaanfii fudhachuu qaba jedhan hoggantoonni paartilee…
Ministeerri Galiiwwanii kaffaltoota gibiraa damee oomishaa fi ijaarsarratti bobba’an waliin mari’ate
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Ministeerri Galiiwwanii kaffaltoota gibiraa damee oomishaa fi ijaarsarratti bobba’an waliin mari’ate.
Abbootiin qabeenyaa damee oomishaa fi…
Paarkii Tokkummaatti, bakki jireenyaa bineensotaa daawwiif banaa ta’e
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) –Paarkii Tokkummaatti, bakki jireenyaa bineensotaa daawwiif banaa ta'e.
Bakkichi har'aa eegalee daawwidhaaf banaa ta'uun ibsameera.
Bineensota…
Har’a ifoomuuf kan ture kaartaan filannoo naannolee Bitootessa 5,2012tti darbeera
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Har’a ifoomuuf kan ture kaartaan filannoo naannolee Bitootessa 5,2012tti darbeera.
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa guyyaa kaartaa…
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen, xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota shanii of harkaan…
Ambaasaaddaroonni xalayaa muudamaa isaanii preezdaant Saahilawarq harkaan ga'an, ambaasaaddara Sriilaankaa, Aljeeriyaa, Vaatikaan, Uraagwaayii fi Kooriyaa Kaabaati.
Preezdaant Saahilawarq…
Manni marichaa murteewwan addaddaa dabarse
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 13ffaa bara hojii 5ffaasaa har'a gaggeesse.
Walga’ichaanis murteewwan addaddaa…
MM Dr Abiy maatii fi firoottan miidhamtoota balaa xiyyaaraa waggaa har’aa qaqqabeef jajjabina…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Balaa xiyyaaraa Booyiing 737 Maaks 8, lakkoofsa balalii ET-302 namoota lubbuu isaanii dhaban ilaalchisuun muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad maatii…