Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qonnaan bultoota adda duree invastimantiitti ceesisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) - Qonnaan bultoota adda duree godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Invastimantiitti ceesisuuf bu’uura danbii Invastimantii irra beebiin ba’een…
Dr. Abiy barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’ataan
Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin bilbilaan mari’ataniiru.…
Eebbi jaarsoolii biyyaa bu’uura badhadhinaati – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad eebbi jaarsoolii biyyaa bu’ura badhaadhinaati jedhan.
Dooktar Abiy kana kan jedhan guyyaa har’aa…
Konfaransiin hoteelaa fi tuuriizimii biyyaaleessaa 2ffaan magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) - Konfaransiin hoteelaa fi tuuriizimii biyyaaleessaa 2ffaan Bitootessa 7 – 9, 2012 magaalaa Hawaasaatti ni gaggeeffama jedhame.
Konfaransiin hoteelaa…
Kaartaa qabiyyee lafaa qopheessuuf qophiin eegalame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Inistiityuutiin Infoormeeshiinii Ji’oospeeshaalii Ityoophiyaa fi Baankiin Lafaa fi Koorpooreeshiniin Misoomaa kaartaa qabiyyee lafaa waliin qopheessuuf…
Ityoophiyaatti bu’aan qorannoo namoota mallattoo vaayrasii koroonaan walitti dhiyaatu agarsiisanii…
Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) Namoota 5 irratti mallattoon vaayrasii koroonaan walitti dhiyaatu muul’atee bu’aan qorannoo isaanii eeggamaa jiraachuu Inistiityuutiin Fayyaa…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 14ffaa bara hojii 5ffaasaa booru ni gaggeessa
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FCB) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 14ffaa bara hojii 5ffaasaa booru ni gaggeessa.
Manni marichaa walga’ii guyyaa booru…
Injiinar Taakkalaan hojiilee misooma qonnaa magaalaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Itti aanaan kaantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan hojiilee misooma qonnaa magaalaa Finfinnee daawwatan.
Bulchiinsi…
Wixinee labsii barnoota waliigalaarratti mariin taasifame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) - Wixinee labsii barnoota waliigalaarratti mariin taasifamaa jira.
Waltajjichi Ministeera Barnootatiin magaalaa Adaamaatti taa’amaa jira.…
Finfinneetti hojimaanni konkolaachistoonni ga’umsa hin qabne eeyyama akka hin arganne taasisu…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hojimaanni konkolaachistoonni ga'umsa hin qabne eeyyama konkolaataa akka hin arganne taasisu hojiirra oolufi.
…