Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biiroon Fayyaa Oromiyaa vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.
Biirichi qaamolee miidiyaa naannoo Oromiyaa keessatti…
Ka’umsi keenya misooma galmi keenya Badhaadhina – MM Dr. Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa deeggarsa argateef galata galche.
Sagantaa galii walitti qabuu paartiin Badhaadhina galma barkumeetti gaggeesse kanaarratti…
Ityoophiyaatti namoonni sadi dabalataan Vaayrasii Koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni sadi dabalataan Vaayrasii koroonaan qabamuun ibsameera.
Namoota sadan har’a qabamuun isaanii mirkanaa’e keessaa…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii biyya keessaa gara Kaaba biyyattiitti har’a taasisuuf ture…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Bitootessa 6, 2012 imala biyya keessaa gara Kaaba biyyattiitti taasisuuf ture haquu beeksiseera.
Daandiin…
Miidhaa Vaayrasiin Koroonaa geessisu ittisuuf qophiin duraa murteessadha – MM Abiy
Finfinnee, Bitootessa 6, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuun danda’amurratti Jaak Maa waliin mar’atan.
Miidhaa fayyaa…
Balaa Konkolaataa muudateen lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Balaa konkolaataa Godina Harargee Lixaa Aanaa Ciroo iddoo dildila Qillisoo jedhamutti qaqqabeen lubbuun namoota 10 darbuu himame.
Balaa kanaan lubbuu…
Adeemsa filannoorratti waliigaltee dhabamuu fi mormii ka’an furuurratti abbooti seeraaf leenjiin…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Adeemsa filannoorratti waliigaltee dhabamuu fi mormii ka’an furuurratti abbooti seeraa federaalaa fi naannooleef leenjiin kennameera.
Adeemsa…
Muummen Ministira Dooktar Abiy Ahimad proojakti Inxooxxoo daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) - Muummen Ministira Dooktar Abiy Ahimad proojakti Inxooxxoo daawwatan.
Muummen Ministira Dooktar Abiy Ahimad proojakti Inxooxxoo wayita daawwatan…
Kaampii raayyaa ittisa biyyaa cifiraa tokkoof bakka qubannaa ta’u ijaaruuf dhakaan bu’uuraa Kaa’ame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Kaampii raayyaa ittisa biyyaa cifiraa tokkoof bakka qubannaa ta’u ijaaruuf Aanaa Dandii ganda Awaash Booletti dhakaan bu’uuraa Kaa’ame.
…
Dhaabbileen barnootaa barattoota isaanii ebbisiisan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Hoospitaalli Waliigalaa fi Koolleejjiin Meedikaalaa Adaamaa, Yuunvarsiitiin Waachamoo fi Yuunvarsiitiin Dabrataaboor barattoota isaanii…