Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qorichi mana manarra deemuun biiffamu hin jiru jedhame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti mana manarraa deemuun qorichi biiffamu kamuu kana hin jiraanne ta’uu bulchiinsi magaalichaa beeksise.
Mana jireenyaa namoota…
obbo Shimallis Abdiisaan ergaa of eeggannoo vaayrasii koroonaa dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) - Preezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ergaa of eeggannoo vaayrasii koroonaa dabarsan
Obbo Shimallis sochii guyyaa guyyaa…
Bulchiinsi maagaalaa Finfinnee dhaabbilee daldalaa seeraan ala daballii gatii taasisan 83 irratti…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) - Bulchiinsi maagaalaa Finfinnee dhaabbilee daldalaa seeraan ala daballii gatii taasisan 83 irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.
Dhaabbileen kanneen…
Preezdaant Saahilawarq, preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012(FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari'atan.
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen har'a daawwidhaaf gara…
Namichi qorannaa vaayrasii koroonaa jalaa miliqee ture bilisa ta’e
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012(FBC) – Namichi Saawdiidhaa gara Ityoophiyaa dhufuun tursa keessa seenuu didee miliqee ture vaayrasii koroonaarra bilisa ta'uun isaa ibsame.
Namichi shakkame…
Dr. Mulaatuun erga ejjennoo Ityoophiyaan qabdu gaggeessitoota Gamtaa Awrooppaa fi preezdaantii…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Dooktar Mulaatuun hidha haaromsaa waliin walqabatee ergaa ejjennoo Ityoophiyaan qabdu kan hubachiisu gaggeessitoota Gamtaa Awrooppaa fi preezdaantii…
Hawaasni vaayrasii koroonaa ittisuuf of eeggannaa akka taasisu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Hawaasni vaayrasii koroonaa ittisuuf of eeggannaa akka taasisu Yaa'iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa beeksise.
Vaayrasii koroonaa ittisuuf hawaasni…
Manneen barnootaa fi walga’iiwwan adda addaa har’aa eegalee guyyoota 15 itti aananiif kan cufaman…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Sababa Vaayrasii koroonaatin manneen barnootaa, sosochiiwwan ispoortii fi walga’iiwwan adda addaa har’aa eegalee guyyoota 15 itti aananiif kan cufaman…
Ityoophiyaatti afaanonni 28 miidhaa baduuf saaxilamaniiru
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti afaanonni 28 miidhaa baduuf saaxilamaniiru.
Guyyaa har’aa waltajjiin marii imaammata afaanii Waajjira Muummee Ministiraatti…
Abuna Maatiyaas vaayrasii koroonaa ittisuuf hawaasni qajeelfama kennamu hojiirra olchuu qaba jedhan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa Qulqulluu Abuna Maatiyaas vaayrasii koroonaa ittisuuf hawaasni qajeelfama kennamu hojiirra olchuu qaba jedhan.…