Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Vaayrasi koroonaa waliin walqabatee daldaltoota shaqaxootarratti daballii gatii taasisan 188 irratti…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti vaayrasi koroonaa waliin walqabatee daldaltoota shaqaxootarratti daballii gatii taasisan 188 irratti tarkaanfiin…
Fayyadamtoonni Awtoobisii paabiliki sarvisii harka isaanii keemikaalaan akka qulqulleefataniif…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) - Fayyadamtoonni Awtoobisii paabiliki sarvisii harka isaanii keemikaalaan akka qulqulleefataniif qophiin xumuramuu ibsame.
Fayyadamtoonni Dhaabbata…
Lammiileen Sudaan ijaarsa hidha haaromsaa maallaqaan kan deeggaran ta’uu himan
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Lammiileen Sudaan ijaarsa hidha haaromsaa maallaqaan kan deeggaran ta’uu himan.
Sagantaa galii walitti qabuu ijaarsa hidha haaromsaa dhiyeenya…
Imaammanni haqaa yakkaa FDRI Afaan Oromoo fi Afaan Tigriffaatti hiikkame maxxanfame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) - Imaammanni haqaa yakkaa FDRI Afaan Oromoo fi Afaan Tigriffaatti hiikkame maxxanfame.
Imaammanni haqaa yakkaa FDRI kanan dura Afaan Amaaraa fi…
Meeshaaleen kontiroobaandii garagaraa Birrii miiliyoona 13 ol baasu to’atame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 9(FBC) - Meeshaaleen koontiroobaandii garaagaraa Birrii miiliyoona 13 ol baasu to’atame.
Meeshaaleen koontiroobaandii garaagaraa Birrii miiliyoona 13 fi kuma…
Dooktar Tolaa Bariisoon vaayrasii koroonaarraa bilisa ta’a
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon sodaa vaaayrasii Koroonaan kophaatti adda of baasanii turan qorannoo taasifameefiin bilisa…
Balalliin sababa jijjirrama qilleensaan adda citee ture eegalame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2012 (FBC) – Balalliin sababa jijjiirrama qilleensaan adda citee ture eegalamuu Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa beeksisee.
Daandiin qilleensicha balallii gara…
Hoggantoonni olaanoo MNO labsii harka dhiqannaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) labse harka…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Hoggantoonni olaanoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa labsii harka dhiqannaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) labse harka dhiqachuun fakkenyummaasaanii…
Obbo Nabiyyuu Sihuul dura taa’aa waajjira Paartii Badhaadhinaa Tigraay ta’uun ramadaman
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) –Obbo Nabiyyuu Sihuul dura taa’aa waajjira Paartii Badhaadhinaa Tigraay ta’uun ramadamaniiru.
Qindeessaan Damee Ummaataa fi Idila Addunyaa Paartii…
Biiroon Misoomaa Qabeenyaa Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa leenjii hubannoo uumuu HIV/ADIS fi…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Biiroon Misoomaa Qabeenyaa Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa leenjii hubannoo uumuu HIV/ADIS fi Koorniyaa Idileessuu Qaama Dhimmi ilaallatuuf kenne.…