Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf waamicha dhiyaate
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa Hajjii Muuftii Idriis tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf waamicha dhiyeessan.…
Tumsaan tamsa’ina vaayrasii koroonaa yaa ittisnu – Waajjira MM
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Tokkoon keenya kan biraatif gaachana ta'uudhan tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuu qabna jedhe Waajjirri Muummee Ministiraa.
Waajjirichi ibsa…
Waliigalteen abbootii carraa manneen waliin jireenyaa marsaa 13ffaa waliin taasifamaa jiru, manneen…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Waliigalteen abbootii carraa manneen waliin jireenyaa marsaa 13ffaa waliin taasifamaa jiru, manneen gaffii daangaa keessa jiran hin dabalatu jedhame.…
Magaalaan Sulultaa fi aanaan Haluu daldaltoota seeraan ala gatii dabalanirratti tarkaanfii fudhatan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Magaalaan Sulultaa fi aanaan Haluu daldaltoota seeraan ala gatii dabalanirratti tarkaanfii fudhatan.
Daldaltoota tamsa'ina vaayrasii koroonaa…
naannoo Oromiyaatti tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjetama jira
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Godinaalee fi magaalonni naannoo Oromiyaa tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojiilee qulqullinaa hojjechaa jiru.
Dargaggoonnii fi tola ooltonni…
Qormaatamtoonni mana taa’anii qophii akka taasisan Ministeerri Barnootaa beeksise
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Qormaatamtoonni mana taa'anii qophii akka taasisan Ministeerri Barnootaa beeksise.
Barattoonni kutaa 8ffaa barana qormaata naannoo fudhatanii fi…
Hojiin qorannaa, eeruu fudhachuu fi galmee qulqulleessuu kan itti fufu ta’a- Abbaan Alangee…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2102 (FBC) – Olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojiin idilee; qorannaa, eeruu fudhachuu fi galmee shakkamtootaa qulqulleessuu kan itti fufu ta'uu Abbaan Alangee…
Naannoo Amaaraatti dhaabbilee daldalaa 925 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii seeraan alaa taasisan 925 irratti tarkaanfiin fudhatame.
Daldaltoonni tarkaanfiin irratti…
Sabbataatti manneen daldalaa 14 fi qorichootaa 36 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Sabbataatti manneen daldalaa 14 fi qorichootaa 36 irratti tarkaanfiin fudhatame.
Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti koreen tasgabbii gabaa sakattoo…
Kibba Walloo aanaa Ambaassalitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Bitootessa 10, 2102 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Kibba Walloo aanaa Ambaassalitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 10 darbe.
Konkolaataan geejiba ummataa magaalaa…