Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti mana dhiphaa keessatti 150 ta’uun shiishaa xuuxaa kan turan to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) –Finfinneetti mana gandaa dhiphaa keessatti 150 ta'uun shiishaa xuuxaa kan turan to'ataman.
Koomiishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee tamsa'ina…
Hospitaalonni tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hospitaalonni xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuun ibsame.
Hospitaalonni nageenyaa dhukkubsattootaa…
Waldichi tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf Birrii miiliyoona 20 ramade
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) –Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf Birrii miiliyoona 20 ramade.
Waldichi weeraricha ittisuuf Fannoo…
Finfinneen dhaabbilee daballii hin malle taasisan 767 irratti tarkaanfii fudhatte
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti daldaltoota weerara vaayrasii koroonaa sababeeffachuun daballii gatii taasisanirratti tarkaanfiin fudhamuun itti fufeera.…
Finfinneetti balaa abiddaa qaqqabeen hojjettoonni yeroo balaa tasaa 2 miidhaman
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) -Finfinneetti balaa abiddaa gaaraajii tokkorratti qaqqabeen hojjettoonni yeroo balaa tasaa 2 miidhaman.
Balaa abiddaa gaaraajicharra ga'een…
Weerara vaayrasii koroonaatin dhiibbaa diinagdeerratti uumamu adda baasuuf hojjetamaa jira- MM Dr…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaatin dhiibbaa diinagdeerratti uumamuu malu mootummaan adda baasuuf socho'aa jira jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy…
Bulchiinsi Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee abbootii qabeenyaa alseerummaan hojii albuudaa…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Bulchiinsi Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee abbootii qabeenyaa alseerummaan hojii albuudaa irratti bobba'an ittise.
Bulchaan Godina…
Ityoophiyaatti namoonni 3 dabalataan vaayrasii koroonaatin qabamaniiru
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoonni sadi dabalataan vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa'e.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti namni lammii Jaappaan…
Koreen Bulchiinsaa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa tatamsa’ina vaayrasi koroonaa ittisuurratti…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Koreen Bulchiinsaa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa walgahii guyyaa har’aa gaggeesseen tatamsa’ina vaayrasi koroonaa ittisuurratti mari’achuun murtii…
Naannoo kibbaatti dhaabbilee daldalaa 216 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Naannoo kibbaatti dhaabbilee daldalaa 216 irratti tarkaanfiin fudhatame.
Sababa vaayrasii koroonaan waliin walqabatee dhaabbilee daldalaa daballlii…