Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barbareen Seeran ala kuufame to’atame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Yekkaatti barbareen seeran ala kuufame kuntaalli 200 to’atame.
Kutaa bulchiinsa Yekkaa aanaa 10 iddoo…
Yuunvarsiitiwwan Vaayrasii koroonaa ittisuuf qophii taasisaa jiran cimsuu qabu
Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitiwwan Vaayrasii koroonaa ittisuuf qophii taasisaa jiran cimsanii itti fufuu akka qaban gaafatame.
Ministirri Ministeera…
Dhaabbanni Nyaata fi Qonna Addunyaa (FAO)n Ityoophiyaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Nyaata fi Qonna Addunya (FAO)n Ityoophiyaatti weerara hoomaa awwaannisaa ittisuuf xiyyaara keemikaala biifu deeggarsa taasiseera.…
Oromiyaatti Abuukaadoo sanyii filatamaa babal’isuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) - Waggoottan shanan dhufanitti Oromiyaarraa oomisha Abuukaadoo alatti erguuf hojjetamaa jiraachuu Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Baankiin Addunyaa Ityoophiyaadhaf Doolaara miiliyoona 500 raggaasise
Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) - Baankiin Addunyaa Ityoophiyaadhaf Doolaara Ameerikaa miiliyoona 500 raggaasise.
Boordiin daayreektaroota Baankii Addunyaa Ityoophiyaadhaf deeggarsaa…
Oromiyaan dhaabbilee daldalaa seeraan ala daballii gatii taasisan 1,085 irratti tarkaanfii fudhate
Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa dhaabbilee daldalaa seeraan ala daballii gatii taasisan 1,085 irratti tarkaanfii fudhate.
Dhaabbileen kanneen tamsa'ina…
Haala adeemsa filannoorratti mar’atame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Dhiibbaa weerarri vaayrsaii koroonaa filannoo bara kanaarratti uumuu danda’uu fi murtee fudhatamuu qaburratti mari’atame.
Boordiin…
Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii taasisan 1085 irratti tarkaanfiin fudhame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa weerara vaayrasii koroonaa sababeeffachuun seeran ala daballii gatii taasisan 1085 irratti tarkaanfiin…
MM FDRI Abiy Ahimad dhiifama gaafatan
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad sagantaa galii walitti qabuu Paartii Badhaadhinaarratti dubbii godhaniin qaamoolee mufatan dhiifama gaafatan.…
Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara biyyoota 30tti taasisu adda kute
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara biyyoota 30tti taasisu adda kute.
Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa guyyaa har’aa eegalee balallii…