Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankiin Addunyaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota 40f deeggarsa Doolaara biiliyoona 1.7 ni…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Boordiin hoji raawwachiistuu Baankii Addunyaa torbee itti aanu keessa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa Doolaara biiliyoona 1.7 ni…
MM Dr Abiy Ahimad tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuurratti Justiin Truudoo waliin…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuurratti muummee ministiraa Kaanaadaa Justiin Truudoo waliin mari'atan.…
Ityoophiyaan tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf daangaashee cufte
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf daangaashee cufte.
Daangaawwan biyyattii kallattii hundaan daddabarsa namootatiif cufaa kan turan…
Sirni awwaalchaa Dr Kaatriin Haamliin raawwatame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) - Sirni awwaalchaa hundeessituu Hoospitaala Feestuullaa Ityoophiyaa Dooktar Kaatriin Haamliin raawwatame.
Sirni gaggeessaa reeffa isaanii mana…
Baaburri Salphaa Finfinnee lakkoofsa imaltootasaa %50 hir’isuun tajaajila laachaa jira
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Baaburri Salphaa Finfinnee lakkoofsa imaltootasaa %50n hir'isuun tajajaila laachaa jira.
Murtichi hojiirra ooluu kan jalqabe har'a…
Imaltoonni gara Ityoophiyaa dhufan marti tursa addaa galuu eegalan
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Har'aa kaasee imaltoonni gara Ityoophiyaa dhufan marti guyyoota 14f tursa addaa galuu eegalaniiru.
Hojiin kunis har'a Wiixata Bitootessa 14,2012…
Lammiilee ala turanii dhufanii fi tursa addaatif baasii ofii hin dandeenyef bulchiinsi magaalichaa…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Lammiileen dhimmoota addaddaaf ala turanii gara biyyaa deebi'an hawaasatti makamuu isaanitiin dura torbee lamaaf adda ba'anii iddoon itti dabarsan…
Ummanni gochoota Vayrasii Koroonaaf nama saaxilanirraa of akka qusatan waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2012 (FBC) –Ummanni naannoo Tigiraay gochoota Vayrasii Koroonaaf nama saaxilanirraa of qusachuun weeraricha akka ittisan Hoogganaan Wajjira Paartii Badhaadhinaa…
Koreen tajaajila lamummaa fi mobalaayizeeshinii ittisa tatamsa’ina vaayrasii koroonaa hundaa’e
Finfinnee, Bitootessa 13, 2012 (FBC) – Koreen tajaajila lamummaa fi mobalaayizeeshinii ittisa tatamsa'ina vaayrasii koroonaa hundaa’e.
Koreen tajaajila lamummaa fi mobalaayizeeshinii…
Koreen Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Vaayrasii koroonaa to’achuu fi ittisuuf hundaa’e…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2012 (FBC) – Koreen Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Vaayrasii koroonaa to’achuu fi ittisuuf hundaa’e gabaasa isaa dhiyeesse.
Koreen Bulchiinsa Mootummaa…