Browsing Category
Oduu biyya keessaa
meeshaalee qorannoo fi yaalaa tamsa’ina Vaayrasichaa ittisuu taasisaan marsaa lammaffaan…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) –Muummee Ministira Dooktar Abiy Ahimad, Jaak Maan fi Alibaaba Gruup waliin ta’uun Afrikaan weerara vaayrasi koroonaa ittisuuf hojjetaa jirtu deeggaruuf…
Walga’iin kallattii koreen vaayrasi koroonaa ittisuuf hundaa’e kaa’een ala akka hin gaggeeffamne…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) –Walga’iin kallattii koreen vaayrasi koroonaa (COVID-19) ittisuuf hundaa’e kaa’een ala akka hin gaggeeffamne Paartiin Badhaadhinaa beeksise.
Hogganaan…
Buufannii konkolaataa giddugaleessa gara buufatalee konkolaataa birootti jijjiiramu Abbaan Taayitaa…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaala Addis Katamaa naannoo Awutoobis Taraa jedhamuu waamamuutti kan argamu buufannii konkolaataa giddugaleessa…
Ityoophiyaan wixinee abba qabxii sadii miseensa biyyoota garee 20f dhiyeessite.
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan Vaayrasiin Koroonaa(COVID-19) diinagdee Afrikaarratti dhiibba geessisu hir’isuu kan dandeesisu wixinee abba qabxii sadii miseensa…
MM Dr. Abiy dhimmoota Vaayrasi Koroonaa (COVID-19) ittisuun danda’amurratti hoggantoota Dhaabbilee…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad dhimmoota Vaayrasi Koroonaa (COVID-19) ittisuun danda’amurratti hoggantoota Dhaabbilee Idil Addunyaa waliin…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasi Koroonaa (COVID -19 ) qabaman 12 ga’e
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni vaayrasi Koroonaa (COVID -19 ) qabaman 12 ga'e.
Biyya keenyaatti Bitootessa 3, 2012 namni jalqaba vaayrasicha qabame…
meeshaalee qorannoo fi yaalaa tamsa’ina Vaayrasichaa ittisuu taasisaan marsaa jalqabaa…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Carraaqqii Afrikaan weerara vaayrasi koroonaa (COVID 19) ittisuuf gootuu deeggaruuf meeshaalee qorannoo fi yaalaa tamsa'ina Vaayrasichaa ittisuu…
Mootummaan naannoo Amaaraa, yeroo hin murtoofnef walga’ii paartii fi mootummaa ittise
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Amaaraa, yeroo hin murtoofnef walga'ii paartii fi mootummaa ittise.
Koomaand poostiin ittisa weerara vaayrasii koroonaa…
Jarman Ityoophiyaadhaf deeggarsa Birrii biiliyoona 3.55 olii laatte
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Jarman deeggarsa Birrii biiliyoona 3.55 olii Ityoophiyaadhaf laatte.
Waliigaltichis har'a ministir deettaan Ministeera Maallaqaa FDRI…
Namni dhuunfaa sukkaaraa fi keemikaala biyyee diimaa waliin makuun damma jechuun gurguruuf qopheesse…
Finfinnee, Bitooteessa 14, 2012 (FBC) - Namni dhuunfaa sukkaaraa fi keemikaala biyyee diimaa waliin makuun damma jechuun gurguruuf qopheesse to’atameera.
Namichi kun magaalaa Finfinnee…