Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasni ergaawwan ogeessota fayyaa fi mootummaarra daraban hojiirra oolchuun dhukkuba vaayrasii…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Hawaasni ergaawwan ogeessota fayyaa fi mootummaarra daraban hojiirra oolchuun dhukkuba vaayrasii koronaarraa of eegachuu akka qabuu abbootiin Gadaa…
Sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabraatooriin namoonni 106 vaayrasii koroonaarraa bilisa ta’uu…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabraatooriin namoonni 106 vaayrasii koroonaarraa bilisa ta’uu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa beeksise.…
Ityoophiyaan dhibee vaayraasii koroonaa ittisuuf carraaqqii taasiftu Chaayinaan kan tumsituu ta’uu…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan dhibee vaayraasii koroonaa ittisuuf carraaqqii taasiftu Chaayinaan kan tumsituu ta’uu beeksifte.
Sababa vaayrasii koroonaan…
Eejansiin Immigreeshinii Lammummaa fi Taateewwanii har’aa kaasee guyyootii hin murtoofnef…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) - Eejansiin Immigreeshinii Lammummaa fi Taateewwanii har'aa kaasee guyyootii hin murtoofnef tajaajila paaspoortii laachuu dhaabe.
Eejansichatti…
Ibsa guutuu murtoo mootummaan naannoo Oromiyaa tamsa’ina vaayrasii koronaa to’achuuf baase
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Ibsa guutuu murtoo mootummaan naannoo Oromiyaa tamsa'ina vaayrasii koronaa to’achuuf baase.
....................
Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Barattoonni yuunvarsiitii yeroodhaf gara maatii isaaniitti akka deebi’an murtaa’e
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Barattoonni yuunvarsiitii yeroodhaf gara maatii isaaniitti akka deebi'an murtaa'uu Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo beeksise.…
MM Dr Abiy Ahimad Ityoophiyaanota Maalaawiirraa gara Moozaambiik osoo imalanuu lubbuu isaanii…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaanota Maalaawiirraa gara Moozaambiik osoo imalanuu lubbuu isaanii dhabaniif gadda itti dhaga'ame…
Hoteelonni dabalataa ja’a adda baafamuu Ministeerri Fayyaa beeksise
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Imaltoonni biyyoota alaa irraa gara Itoophiyaa dhufan kan keessatti adda baafamanii turan hoteelonni dabalataa ja'a adda baafamuu Ministeerri Fayyaa…
vaayraasii koroonaa (COVID-19) ittisuuf dargaggoota tola ooltoota kuma 20 guutuu biyyatiitti…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) –vaayraasii koroonaa (COVID-19) ittisuuf dargaggoota tola ooltoota kuma 20 guutuu biyyatiitti bobbaasufi.
Liigiin Ergama Badhaadhinaafi Nageenya…
Hojjettoonni mootummaa magaalaa Finfinnee mana isaanii taa’anii akka hojjetan murtaa’e
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) -Hojjettoonni mootummaa magaalaa Finfinnee guyyaa boruu Bitootessa 16, 2012 irraa eegalee mana isaanii taa'anii akka hojjetan murtaa’e.
Itti aanaan…