Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan naannoo Amaaraa hojjettoonni mootummaa tatamsa’ina vaayrasii koroonaaf saaxilamoo ta’an…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Amaaraa hojjettoonni mootummaa tatamsa’ina vaayrasii koroonaaf saaxilamoo ta’an mana taa’anii hojii akka hojjetan murteesse.…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qonnaan bultoota naannoo Boolee Bulbulaatti argamaniif meeshaalee…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qonnaan bultoota naannoo Boolee Bulbulaatti argamaniif meeshaalee quqlullinaa arjoome.
Qonnaan bultoonni…
Doolaarri sobaa kumni dhibbi 8 fi kumni 73 fi 900 to’atame
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Magaalaa Goondar kutaa bulchiinsa Azazootti Doolaarri sobaa kumni dhibbi 8 fi kumni 73 fi 900 to’atamu poolisiin beeksise.
Eeruu…
Naannon Kibbaa sirreeffamtoonni 3642 dhiifamaan akka gadhiifaman murteesse
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Bulchiinsi Mana Maree Naannoo Kibbaa walga'ii ariifachiisaa har'a gaggeessen sirreeffamtoonni 3642 dhiifamaan akka gadhiifaman murteesse.…
Injiinar Taakkalaan abootii qabeenyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan abbootii qabeenyaa magaalichaa waliin mari’atan.
Injiinar Taakkalaan…
Magaalaa Jimmaatti konkolaachiftoota seera darbanii fe’an 438 irratti tarkaafiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti tatamsa’ina vaayarsii koroonaa ittisuuf hojii eegalameen damee geejjibaan Konkolaachiftoota seera darbanii fe’an 438 irratti…
Yuunvarsiitiiwwan barattoota isaanii gara magaalota jajjabootti akka gaggeessan kallattiin…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitiiwwan barattoota isaanii gara magaalota jajjabootti akka gaggeessan kallattiin kaa'ame.
Barattoonni yuunvarsiitii yeroo murtaa'aaf gara…
Qophii yeroo tasaa vaayrasii koroonaaf koreen biyyoolessaa maallaqaa fi dhiyeessiiwwan biroo walitti…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad qophii yeroo tasaa vaayrasii koroonaaf koreen biyyoolessaa maallaqaa fi dhiyeessiiwwan biroo walitti qabu…
Mootummaan vaayrasii koroonaa ittisuuf abbootii qabeenyaa Hooteelaa fi Turiizimii waliin hojjechaa…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Mootummaan vaayrasii koroonaa ittisuuf abbootii qabeenyaa Hooteelaa fi Turiizimiirratti bobba’an waliin hojjechaa jiraachuu ibsame.
…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf sirreeffamtoonni 4011 dhiifamaanni godhame
Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf sirreeffamtoonni 4011 dhiifamaan kan gadhiifaman ta'uu Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa beeksise.
Haati Alangee…