Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoota qajeelfama mootummaan vaayrasii koroonaa ittisuuf baase hojiirra hin oolchinerratti…
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) –Namoota qajeelfama mootummaan vaayrasii koroonaa ittisuuf baase hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfii kan fudhatu ta’uu Poolisiin Feedaraalaa…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 16 ga’an
Finfinnee, Bitootessa 18, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 16 ga’an.
Guyyaa har’aa namoonni 4 vaayrasichaan dabalataan qabamuu isaanii…
Namni vaayrasii koroonaan qabame 1 Adaamaatti argame
Finfinnee, Bitootessa 18, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti namni vaayrasii koroonaan qabame tokko argamuu koreen taaksi foorsii naannichaa beeksise.
Namoonni isa…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf abbootiin qabeenyaa deeggarsa taasisaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) –Abbootiin qabeenyaa magaalaa Finfinnee vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa taasisaa jiraachuu ibsame.
Abbaan qabeenyaa Koolleejjii…
Balaa konkolaataa qaqqabeen barattoonni Yuunvarsiitii 2 du’an
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Bahaa aanaa Dajanitti balaa konkolaataa qaqqabeen barattoonni Yuunvarsiitii 2 du’uu isaanii ibsame.
Balaan…
Vaayrasii koroonaa ilaalchisee qaamoolee miidiyaalee hawasummaan odeeffannoo sobaa tatamsaan irratti…
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ilaalchisee qaamoolee miidiyaalee hawasummaan odeeffannoo sobaa tatamsaan irratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhame.
Vaayrasii…
Godina Shawaa Lixaa aanaa Midaa Qanyiitti balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 17 darbe
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Godina Shawaa Lixaa aanaa Midaa Qanyiitti balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 17 darbe.
Balichi kan qaqqabe har'a ganama sa'aa…
Tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf Koreen Dhiyeessii Bishaanii fi Saaniteeshinii…
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf Koreen Dhiyeessii Bishaanii fi Saaniteeshinii hundaa'e.
Korichi hundaa'uu kan beeksise Ministeerri…
Ramaddiin ambaasaaddarootaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Ramaddiin ambaasaaddarootaa ifoome.
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Gurraandhala 24,2012 muudama ambaasaaddaroota 15 ifoomsun…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf duursinee qophaa’uu fi qajeelfamoota mamii malee hojiirra oolchuu…
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf duursinee qophaa'uu fi qajeelfamoota mamii malee hojiirra oolchuu qabna jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.…