Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan naannoo Tigraay barattoota kutaa 5ffaadhaa amma 12tif barnoota raadiyoo fi televiizhinii…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Tigraay barattoota kutaa 5ffaadhaa amma 12tif barnoota raadiyoo fi televiizhinii saatalaayitiitin laachuu eegaluufi.…
Daandiiwwan Finfinnee 13rratti biifaan keemikaalaa ni hojjetama
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Booru daandiiwwan magaalaa Finfinnee 13rratti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii ni hojjetama.
Haaluma kanaan;…
Mootummaan naannoo Oromiyaa tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiraachuu…
Finfinnee, Bitootessa 19,2012(FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera.
Koreen Kenna Tajaajila Lammummaa Naannoo…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsi taasifamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 19,2012(FBC) –Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsi taasifamaa jira.
Paartiin Badhaadhinaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf Birrii miiliyoona dhibba…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf hojmaanni hojjetaa fi hojjisiisaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf hojmaanni iddoo hojii hojjetaa fi hojjisiisaa ifoomeera.
Tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hariiroon…
Daandiin qilleensichaa gurgurtaa tikkeettii kallattiin raawwatamu dhaabe
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa gurgurtaa tikkeetti kallattiin raawwatamu dhaabuu beeksise.
Daandiin qilleensichaa imala kamiifiyyuu gurgurtaa…
Qoricha aadaa fi ammayyaa waliin qindeessuun vaayrasii koroonaaf daawaan qophaa’aa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Qoricha aadaa fi ammayyaa waliin qindeessuun vaayrasii koroonaaf daawaan qophaa’aa jiraachuu ibsame.
Ityoophiyaatti weerara vaayiiraasii…
Waajjirri Giiftii Duree meeshaalee vaayrasii koroonaa ittisuuf ooluu fi maallaqa gumaache
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Waajjirri Giiftii Duree meeshaalee vaayrasii koroonaa ittisuuf ooluu fi maallaqa gumaache.
Waajjirichi meeshaalee vaayrasii koroonaa…
Poolisiin Oromiyaa tatamsa’ina vaayirasii Koroonaa ittisuuf sosochii godhamu milkeessuuf…
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Poolisiin Oromiyaa tatamsa'ina vaayirasii Koroonaa ittisuuf sosochii godhamu milkeessuuf hojjechaa jiraachuu Koomishiiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.…
Mootummaan vaayrasii koroonaa ittisuuf murteewwan haaraa ifoomse
Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Mootummaan vaayrasii koroonaa ittisuuf murteewwan haaraa ifoomse.
Muummeen Ministeeraa FDRI Abiy Ahimad vaayrasii koroonaa ittisuuf koree…