Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muummeen Ministira Abiy Ahimad preezdaantii Yuugaandaa waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad preezdaantii Yuugaandaa Yuweer Museeviinii waliin bilbilaan mari’atan.
Muummeen Ministira Abiy preezdaanti…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaa (COVID-19) qabaman 3 dabalatan argamuuu Ministeerri…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaa (COVID-19) qabaman 3 dabalatan argamuuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Ibsa Ministeerri Fayyaa har’a…
Daandiiwwan magaalaa Finfinnee 13rratti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) - Daandiiwwan magaalaa Finfinnee 13rratti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii raawwatameera.
Biifaan farra ilbiisota dhibee…
Hordoffiin dhibee COVID -19 namoota kuma 2 fi 90f taasifamaa ture adda cite
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Hordoffiin dhibee COVID -19 namoota kuma 2 fi 90f taasifamaa ture mallattoon dhibichaa waan irratti hin muul’anneef adda cituu isaa himame.…
Ibsa Abbaa Alangaa Waliigalaarraa kenname
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Weerara dhibee vaayrasii koroonaa ittisuun dirqama lammiilee hundaa ta’uu Abbaan Alangaa Waliigalaa beeksise.
Abbaan Alangaa Waliigalaa…
MM FDRI Abiy Ahimad daayreektara olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daayreektara olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teediroos Adhaanoom waliin bilbilaan mari’atan.…
Vaayirasii koroonaa ittisuuf tumsi tola ooltotaa cimee itti fufeera
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) –Tola ooltoonni tumsa taasisan koree biyyaaleessaa maallaqaa fi dhiyeessiwwan walitti qabuuf hundaa’ee fi bulchiinsa magaalaa Finfinneef arjoomuu…
Injiinar Taakkalaan hojii hubannoo uumuu kennaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Injiinar Taakkalaa Uumaan iddoolee garaagaraarra naanna’uun jiraattootaaf mala ittisa dhibee COVID-19 irratti hubannoo uumaa jiru.
…
Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman keessaa tokko dandamate
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman keessaa tokko guutumaan guutuutti fayyuu isaa himame.
Ityoophiyaatt namoota vaayrasii…
Haala ittisa dhibee COVID-19 ilaalchisee mariin gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojmaata vaayrasii koroonaa ittisuu ilaalchisee Preezdaantoota, itti aantootaa Preezdaantii naannoolee fi…