Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gumiin Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf murteewwan…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) - Gumiin Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf murteewwan dabarse.
Gumichi qajeelfamaa fi hojimaata…
Manni Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa hawaasni Muusliimaa mana isaaniitti akka…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) - Manni Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa hawaasni Muusliimaa mana isaaniitti akka sagadan murteesse.
Manni marichaa tamsa'ina vaayrasii…
Walirraa hiiqinsi qaamaa iddoowwan gabaa fi geejibaatti hojiirra ooolaa akka hin jiraatin ibsame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) - Walirraa hiiqinsi qaamaa iddoowwan gabaa fi geejibaatti hojiirra ooolaa akka hin jiraatin ibsame.
Koreen Biyyoolessaa Ittisa Vaayrasii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 3 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa’e
Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 3 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa'e.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti waliigalaan qorannoon…
Raayyaan ittisaa maarch baandii fi heelikooftaraan vaayrasii koroonaarratti hojii hubannoo uumuu…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) - Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI magaalaa Finfinneetti maarch baandii fi heelikooftaraan dabaalamuun waa'ee vaayrasii koroonaarratti hojii hubannoo…
Tajaajilli Iityoo Teelekoom Oromiyaa Lixaa, har’arraa eegalee tajaajilasaa idileetti ni…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) - Tajaajilli Iityoo Teelekoom Oromiyaa Lixaa har'arraa eegalee tajaajilasaa idileetti kan deebi'u ta'uu preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa…
Adaamaa fi Hawaasaatti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii raawwatame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) -Magaalaa Adaamaa fi Hawaasaatti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii raawwatame.
Magaalaa Adaamaa iddoowwan sochiin…
MM Dr Abiy Ahimad, Jooseef Booreel waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka bu'aa olaanaa dhimma alaa fi imaammata nageenyaa Gamtaa Awrooppaa fi itti aanaa preezdaantii koomiishinii…
MM Dr Abiy, preezdaantii Kooriyaa Kibbaa Muun Jee Iin waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Kooriyaa Kibbaa Muun Jee Iin waliin mari'atan.
Turmaata isaanii bilbilaatin tamsa'ina…
Naannon Beenishaanguul Guumz jiraattonni naannichaa gorsa ogeeyyii fayyaa akka hordofan waamicha…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Beenishaanguul Guumz jiraattonni naannichaa gorsa ogeeyyii fayyaa akka hordofan waamicha dhiyeesse.
Of dagannaan…