Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirreeffamtoota 1,559f dhiifamni godhame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa sirreeffamtoota 1,559f dhiifamni taasifamuu beeksise.
Haati Alangee Waliigalaa Federaalaa aadde…
Paartileen siyaasaa addunyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf, sochii qindoominaatif waamicha…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Paartileen siyaasaa addunyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf, sochii qindoominaatif waamicha dhiyeessan.
Vaayrasiin koroonaa…
Imala jijjiirramaa waggaa lammaffaa kan kabajnu gama tokkoon qormaata, gama biraatin ammoo abdii nu…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Imala jijjiirramaa waggaa lammaffaa kan kabajnu gama tokkoon qormaata, gama biraatin ammoo abdii nu fuldura jiru ilaaludhaani jedhan muummee ministiraa…
Hordoftoonni amantaa Ortodooksii mana isaanitii kadhannaa akka gaggeessan dhaamame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Hordoftoonni amantaa Ortodooksii Ityoophiyaa mana isaanitii kadhannaa akka gaggeessan dhaamame.
Siinodoosiin dhaabbii Mana Amantaa…
Manneen Murtii Federaalaa guyyootii dabalataa 23f gariin cufamaniit turu
Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Manneen Murtii Federaalaa guyyootii dabalataa 23f gariin cufamaniit turu.
Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa aadde Ma'aazaa…
Finfinneen dhaabbilee gatii daabboo dabalanii fi giraama hir’isanirratti tarkaanfii kan…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhaabbilee gatii daabboo dabalanii fi giraama hir'isanirratti tarkaanfii kan fudhatu ta'uu beeksise.
Biiroon Daldalaa…
Qaamoleen addaddaa tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf gumaacha gochaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Qaamoleen addaddaa tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf gumaacha gochaa jiru.
Abbootiin qabeenyaa tamsa'ina vaayrasii koroonaa…
Waggaa 9ffaan dhagaan bu’uuraa Hidha Haaromsaa kaa’ame, miidiyaaledhaan yaadatamee akka…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Waggaa 9ffaan dhagaan bu'uuraa Hidha Haaromsaa kaa'ame miidiyaaledhaan yaadatamee akka oolu murtaa'e.
Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi…
Vaayrasii koroonaa ni ittisna, ijaarsa Hidha Haaromsaa eegalle ni xumurra – MM Dr Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Vaayrasii koroonaa ni ittisna, ijaarsa Hidha Haaromsaa eegalle ni xumurra jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy ergaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 3 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru
Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti qorannaa laaboraatoorii sa'aa 24 keessatti taasifameen namoonni dabalataa 3 vaayrasiin koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa'e.…