Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti shakkamtoota vaayrasichaa 108 fi tuttuqqii kan qaban 100f hordoffiin taasifamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti namoota vaayrasii koroonaatin shakkamanii fi tuttuqqaa warra vaayirasichi irratti mula’te qabaniif qorannaan taasifamaa jira.…
Oromiyaatti daldaltoota 3,123 irratti tarkaanfiin yoo fudhatamu, 2,650f akeekkachiisni kennameera
Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaa magaalota gurguddootti abbootiin qabeenyaa hoteelota 13 turtii addaa shakkamtoota vaayrasii koroonaatif gumaachaniiru.
…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 6 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e
Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 6 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa'e.
Sa'aa 24 darbetti qorannaa laaboraatoorii samuudaa…
MM Dr Abiy, preezdaantii Mana Maree Gamtaa Awrooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Mana Maree Gamtaa Awrooppaa Chaarlis Miisheel waliin dhimma vaayrasii koroonaarratti mari'atan.…
MM Dr Abiy, preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) -Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari'atan.
Haasaa bilbilaan taasisaniin weerara…
Baankiin Addunyaa Ityoophiyaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Baankiin Addunyaa Ityoophiyaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 82 laate.
Deeggarsichi vaayrasicharraa…
Hidhi Haaromsaa mallattoo olaantummaa ilaalchaa fi gochaati – preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Hidhi Haaromsaa Ityophiyaanotaaf mallattoo olaantummaa ilaalchaa fi gochaati jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Har'a…
Obbo Gadduun, Raasmas Prahin waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Ministeera Tumsa Misoomaa Deenmaark Raasmas Prahin waliin bilbilaan…
Ministeerri Galiiwwanii meeshaalee ittisa weerara vaayrasii koroonaa Birrii miiliyoona 14 olii…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Ministeerri Galiiwwanii meeshaalee ittisa weerara vaayrasii koroonaa Birrii miiliyoona 14 olii gumaache.
Ministeerichi dhaabbilee waamamoo isa jala…
Ijaarsa Hidha Haaromsaa weerara vaayrasii koroonaatin ala wanti gufachiisu tokkollee hin jiru…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Ijaarsa Hidha Haaromsaa weerara vaayrasii koroonaatin ala wanti gufachiisu tokkollee hin jiru jedhame.
Waggaa 9ffaan dhagaan bu'uuraa…