Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Proojaktiin maastar plaanii geejibaa qindaa’aa biyyoolessaa eegalame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Proojaktiin maastar plaanii geejibaa qindaa'aa biyyoolessaa eegalame.
Ministeerri Geejibaa proojaktichi eegalamuu beeksiseera.
Ministirri…
Ityoophiyaan labsii yeroo ariifachiisaa labsite
Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa labse.
Mootummaan Ityoophiyaa weerara…
Sagantaa wabii nyaataa magaalotaatin fayyadamtoota jalqabaatif kaffaltiin baatii sadii akka…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2012(FBC) -Sagantaa wabii nyaataa magaalotaatin fayyadamtoota jalqabaatif kaffaltiin duraa baatii sadii akka laatamuuf murtaa'e.
Koreen proojaktii seeftineetii…
Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’iisaa ariifachiisaa taa’era
Finfinnee, Bitootessa 30, 2012(FBC) - Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga'iisaa ariifachiisaa taa'era.
Walga'ichaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi dhimmoota…
MM Dr Abiy Ahimad hoggansa paartilee siyaasaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa paartilee siyaasaa waliin mari'atan.
Weerara vaayrasii koroonaa ofirraa qolachuu kan dandeenyu akka…
Oromiyaan sirreeffamtoota 13,231f dhiifama godhe
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012(FBC) -Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan sirreeffamtoota 13,231f dhiifama godhan.
Heerri mootummaa naannoo Oromiyaa keewwanni…
Awutobisoonni geejiba qaxxaamura naannoo magaalicha keessatti argaman tajaajila geejjibaa akka…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee awutobisoonni geejiba qaxxaamura naannoo magaalicha keessatti argaman tajaajila geejjibaa akka laataniif waamicha…
Caasaaleen barnootaa marti gaheesaanii bahachuu akka qaban Biiroon Barnoota Oromiyaa gaafate
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Tatamsa’ina vaayrasii koroonaa dursanii ittisuuf caasaaleen barnootaa marti gaheesaanii bahachuu akka qaban Biiroon Barnoota Oromiyaa gaafate.…
Obboo Gadduun deeggarsa dhaabbileen idil addunyaa koroonaa ittisuuf Ityoophiyaaf taasisan fuudhan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Gadduu Andaargaachaw deeggarsa dhaabbileen idil addunyaa koroonaa ittisuuf Ityoophiyaaf taasisan fuudhaniiru.…
MM Dr.Abiy Preezdaanti Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Preezdaanti Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waliin mari’atan.
Muummeen Ministira FDRIDooktar Abiy Ahimad…