Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa Jimmaa, Haramayyaa fi Naqamtee torbee dhufu hojii ni eegalu
Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Giddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa Jimmaa, Haramayyaa fi Naqamtee torbee dhufu hojii ni eegalu jedhame.
Naannooleen weerara vaayrasii…
Manni Maree Naannoo Tigraay yaa’ii ariifachiisaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Tigraay yaa’ii ariifachiisaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa yaa’ii ariifachiisaa 6ffaa viidiyoo konfaransiin galmoota 8…
Ityoophiyaatti namni vaayrasii koroonaan qabame tokko dabalataan argame
Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti saa’aatii 24 darbe keessatti namoota 294 qorannoon laaboraatoorii taasifameef keessaa nama tokkorratti vaayrasichi argamuu ibsameera.…
Deeggarsi weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu cimee itti fufeera
Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) –Deeggarsi weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu cimee itti fufeera.
Abbootiin qabeenyaa, dhaabbileen, qaamooleen dhuunfaa fi caasaaleen…
Manni marichaa booru labsii yeroo ariifachiisaa ni raggaasisa
Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii addaa booru ni gaggeessa jedhame.
Manni marichaa walga’ii addaa booru gaggeessuun, labsii…
Preezdaant Saahilawarqi dabalatee hoggantoonni biyyoota Afrikaa Dooktar Teediroos cinaa kan…
Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarqi dabalatee hoggantoonni biyyoota Afrikaa Dooktar Teediroos cinaa kan dhaabbatan ta’uu ibsan.
Weerara vaayrasii koroonaa…
Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa labsii yeroo ariifachiisaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa labsii yeroo ariifachiisaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ba'erratti ibsa laatera.
Abbaan…
Magaalota 11tti namoota daandirra jiraatan kuma 22 deebisanii dhaabuuf sochiin eegalame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Magaalota 11tti namoota daandirra jiraatan kuma 22 deebisanii dhaabuuf sochiin eegalame.
Ministeerri Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa…
Manni Maree Ministirootaa walga’ii ariifachiisaa 18ffaa gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse
Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga'ii ariifachiisaa 18ffaa gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse.
Manni marichaa walga'ii isaatin tamsa'ina vaayrasii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 3 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa’e
Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 3 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa'e.
Sa'aa 24 keessatti namoota 225f qorannaan laabraatoorii…