Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bakkeewwan gabaa walitti dhiheenyaan xuxxuqqiin akka hin mudanneef lafa babal’aatti sirni…
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Bakkeewwan gabaa walitti dhiheenyaan xuxxuqqiin akka hin mudanneef lafa babal'aatti sirni bittaa fi gurgurtaa tahuuf hojiirra akka ooluuf hojjachaan jira…
Injinaar Taakkalaa Uumaa fi Dooktar Liyaa Taaddasaa giddugala dandammannaa daawwatan
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) –Injinaar Taakkalaa Uumaa fi Dooktar Liyaa Taaddasaa yaala vaayrasi koroonaa waliin walqabatee tajaajila laachaa kan jiru giddugala dandammannaa daawwatan.…
Meeshaaleen Waraanaa fi Zayiita nyaataa seeraan ala Finfinneedha gara Aanaa Dharraattii gale…
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Meeshaaleen Waraanaa fi Zayiita nyaataa Liitra kuma 7 fi 700 seeraan ala Finfinneedha gara Aanaa Dharraattii gale to’annaa jala oole.
Godina Shawaa…
Baasiin Zaman Finfinneetti tajaajila geejiba bilisaan laacha jira
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Baasiin Zaman Finfinneetti tajaajila geejiba bilisaan laacha jira.
Baasiin Zaman Finfinneetti tajaajila geejiba bilisaan laachuu eegaluusa…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI labsii yeroo ariifachiisaa raggaasise
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI labsii yeroo ariifachiisaa raggaasise.
Manni marichaa walga’ii addaa har’a gaggeesseen, labsii yeroo ariifachiisaa…
Korporeeshiniin Manneen Federaalaa kiraa manaa dhibbentaa 50’n hir’isuu beeksiise
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) - Korporeeshiniin Manneen Federaalaa kiraa manaa dhibbentaa 50'n hir'isuu beeksiise.
Hoji gaggeessaan korporeeshinichaa obbo Rashaad Kamaal ibsa laataniin…
Gochi kamiiyyuu dhugummaan deebii mataa isaa qaba – MM FDRI Abiy Ahimad
Gochi kamiiyyuu dhugummaan deebii mataa isaa qaba – MM FDRI Abiy Ahimad
Finfinnnee 1, 2012(FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ergaa gabaabaan Hidha haaroomsaa fi…
Labsiin yeroo ariifachiisaa galma barbaaddameef ooluu qaba – Paartiilee siyyaasaa
Finfinnnee 1, 2012(FBC) - Labsiin yeroo ariifachiisaa Ityoophiyaan ifoomsite galma barbaaddameef akka ga’u qaamni hundi ga’ee isaa ba’uu qaba jedhan hoggantoonni Paartiilee siyyaasaa.…
MM FDRI Abiy Ahimad Leetanaal Jeeneral Abdal Fataahi Abdalraahimaan Burihaan waliin mari’atan
MM FDRI Abiy Ahimad Leetanaal Jeeneral Abdal Fataahi Abdalraahimaan Buriyaan waliin mari’atan.
Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad duraa…
Namoonni iddoo tursiisa addaa keessa turan 554 gara hawaasatti makaman
Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Namoonni iddoo tursiisa addaa keessa turan 554 vaayrasichaarraa bilisa ta’uu isaaniin gara hawaasatti makaman jedhame.
Guyyoota 14f iddoo…