Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr Abiy, mootii Abu Daabii Mohaammad biin Al Zaayid Al Naahiyaan waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, mootii Abu Daabii Mohaammad biin Al Zaayid Al Naahiyaan waliin bilbilaan mari'atan.
Turmaata isaanitiin ittisa…
Ibsa koree hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa Bitooteessa 30 hanga Ebla 2, 2012tti waltajjii ariifachiisaa taa’een weerarri vaayirasii koroonaa idil…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee naannolee 6 fi bulchiinsa magaalaa 1f meeshaalee qulqullina deeggarsa…
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee naannolee 6 fi bulchiinsa magaalaa 1f meeshaalee qulqullina deeggarsa taasise.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee tatamsa’ina…
Shakkamtoonni meeshaa waraanaa Matirayasii 1 fi Kilaash Koovi 7 waliin to’annoo jala oolan
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Shakkamtoonni meeshaa waraanaa Matirayasii 1 fi Kilaash Koovi 7 waliin to’annoo jala oolan
Qajeelchi Poolisii Kutaa Magaalaa Addis Kataamaaa mana kophee…
Manni marichaa waliigaltee liqii weerara vaayrasii koroonaaf deebii yeroo ariifachiisaa laachuuf kan…
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Manni marichaa waliigaltee liqii weerara vaayrasii koroonaaf deebii yeroo ariifachiisaa laachuuf kan oolu raggaasise.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa…
Koreen Taaks foorsii Naannoon Oromiyaa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 56 ol walitti qabuu…
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Koreen Taaks foorsii Naannoon Oromiyaa vaayrasii koroonaa dursnii ittisuuf kan oolu Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 56 ol walitti qabuu beeksise.…
MM Dr. Abiy Booriis Joonseen kutaa wal’aansaa cimaa keessaa bahuu isaanitti gammaduu ibsa
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Muummeen Ministira Uk, Booriis Joonseen kutaa wal’aansaa cimaa keessaa bahuu isaanitti gammaduu ibsa.
Dooktar Abiy…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa muudama Boordii raawwii qorannoo labsii yeroo ariifachiisaa…
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa waltajjii addaa har'a taa'een, muudama Boordii raawwii qorannoo labsii yeroo ariifachiisaa sagalee caalmaan…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasi Koroonaa (COVID -19 ) qabaman 65 ga’e
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti namoonni vaayrasi Koroonaa (COVID -19 ) qabaman 9 dabalaataan argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aatii 24 darbe keessatti…
Manni marichaa baajata dabalataa Birrii biiliyoona 28 raggaasise
Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI baajata dabalataa Birrii biiliyoona 28 sagalee guutuun raggaasise.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa guyyaa har’aa…