Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr.Abiy fi Giiftii dureen aadde Zinnaash Taayyaachaw dhiyeessi nyaataa arjooman
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii dureen aadde Zinnaash Taayyaachaw dhiyeessi nyaataa Bulchiinsa magaalaa Finfinneef arjooman.…
Ministirri Dhimma Alaa obbo Gadduun Ambaasaaddaroota biyyoota Awurooppaa Ityoophiyaa bakka bu’an…
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa obbo Gadduun Ambaasaaddaroota biyyoota Awurooppaa Ityoophiyaa bakka bu’an waliin mari’atan.
Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu…
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hundeessa Teesla Eloon Maaski waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hundeessa Teesla Eloon Maaski waliin mari’atan.
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hundeessa Teesla Eloon…
Waltajjiin aartii Paarkii Tokkummaatti gaggeeffama jira
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Waltajjiin aartii daawwattoota malee weerara vaayrasi koroonaa ittisuuf qophaa’e Paarkii Tokkummaatti gaggeeffama jira.
Sagantichi koree aartii fi miidiyaa…
Walaayittaa Magaalaa Sooddootti namoota jireenya isaanii dandirra taasifatan hojiin daandirraa…
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Walaayittaa Magaalaa Sooddootti namoota jireenya isaanii dandirra taasifatan 700 ol weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf jecha hojiin daandirraa kaasuu…
Dhaabbanni tola ooltummaa Kameed Sheer Idil Addunyaa Bulchiinsa Magaalaa finfinneef deeggarsa…
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Dhaabbanni tola ooltummaa Kameed Sheer Idil Addunyaa tattamsa’ina vaayrasi koroonaa ittisuuf kan dandeesisu deeggarsa meeshaalee Bulchiinsa Magaalaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 4 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa’e
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 4 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa’e.
Sa’aa 24 keessatti namoota 345f qorannaan laabraatoorii kan taasifame…
Finfinneen hojii vaayrasii koroonaa adda baasuu mana manarraa eegaluufi
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee aanaalee hundatti torbee itti aanuu eegalee hojii vaayrasii koroonaa adda baasuu mana manarraa eegaluufi.
Itti aanaan…
Oromiyaan ittisa vaayrasii koroonaarratti hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa ittisa weerara vaayrasii koroonaarratti hojjechaa jiraachuu beeksise.
Ummanni gorsaa fi qajeelfama mootummaa fi ogeeyyii…
MM Dr Abiy, Dr Teediroos Adihaanoom waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, daayreektara olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom waliin bilbilaan mari'atan.…