Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaa 102 keessatti namoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 10 ol vaayrasii koroona du’an
Finfinnee, Eebila 4, 2012(FBC) – Guyyaa kabaja ayyaana Hiikaa bara warra Giriigooriyaanitti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 1 fi kuma10 caale.
…
Hojiin namoota seenaa imalaa qaban barbaaduu hojjetamaa jira – Dooktar Liyaa
Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) – Hojiin lammiilee seenaa imalaa qaban barbaaduun gara dhaabbilee fayyaatti fiduu hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan…
Haramayaatti guddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa hojii eegale
Finfinnee, Eebila 4, 2012(FBC) – Yuunvarsiitii Haramayaatti giddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa hojii eegaluu ifoomera.
Laaboraatooriin mooraa giddichaa yuunvarsiitichaa fi…
Magaalaa Finfinneetti qaala’iinsa gabaa furuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti qaala’iinsa gabaa furuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame.
Magaalichatti oomishaaleen kuduraa fi midhaanii…
Buufanni rabsaa humna elektirikii Qabira Dahaar hojii eegale
Finfinnee, Eebila 4, 2012(FBC) – Abbaan Kiiloo Vooltii 132/33 buufanni rabsaa humna elektirikii Qabira Dahaar ifatti hojii eegaluu isaa ibsame.
Buufata rabsaa humna elektirikaa kana hojii…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 2 dabalataan argaman
Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) - Sa’aatii 24 darban keessatti namootaa 286 qorannoo laaboraatoorii taasifameen namoonni 2 dabalataan vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii Ministeerri Fayyaa…
Magaalaa Finfinneetti deeggarsi weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu itti fufeera
Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti tumsi weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamuu cimee itti fufeera.
Guyyaa har’aa dhaabbileen, Qonnaan bultoonni,…
Manni Maree Ministirootaa dambii labsii yeroo ariifachiisaa raawwachiisuuf ba’e irratti murtee…
Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 82ffaa gaggeesseen dambii labsii yeroo ariifachiisaa raawwachiisuuf ba’e irratti mari’achuun murtee dabarseera.…
MM FDRI Abiy Ahimad ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ummata Ityoophiyaa fi guutuu addunyaa maraan baga ayyaana du’aa ka’uu Iyyasuus Kirsiistoos akka laakoofsa bara warra…
Danbiin labsii yeroo ariifachiisaa raawwachiisu Abbaan Alangaa Waliigalaa ifoomse
Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Danbiin labsii yeroo ariifachiisaa raawwachiisu Abbaan Alangaa Waliigalaa ifoomse.
Weera Koroonaa vaayirasii ittisuu, too'achuu fi miidhaa geechisuu…