Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajilli geejjiba addaan citee ture akka eegalu murtaa’e
Finfinnee, Eebila 6,2012(FBC) –Naannoo Oromiyaa fi Amaaraatti tajaajilli geejjiba magaalaa addaan citee ture akka eegalu murtaa’e.
Naannoo Oromiyaa fi Amaaraa magaaloota afur…
Weerara COVID -19 ittusuuf hojiin hojjetamaa jiru haala gaarirra jira – MM FDRI Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 6 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad koree Ministirootaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hundaa’e waliin mari’atan.
Muummeen Ministiraa FDRI…
Faawundeeshiniin Biilinaa Miiliindaa Geetis Birrii miiliyoona dhibba 2 deeggarsa taasise
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Faawundeeshiniin Biilinaa Miiliindaa Geetis bulchiinsa magaalaa Finfinneef Birrii miiliyoona dhibba 2 arjoomuu itti aanaan Kaantibaa magaalaa Finfinnee…
Gabaa fi sirni qalma Ayyaanaa of eeggannoo cimaan raawwatamuu akka qabu ibsame
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Gabaa fi sirni qalma Ayyaana Hiikaa of eeggannoo cimaan raawwatamuu akka qabu ibsame.
Ministiroonni Ministeera Fayyaa fi Daldalaa fi…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 8 dabalataan argaman
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 8 dabalataan argaman.
Lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 82 ga'uu isaanii Ministirri…
Sochii Vaayrasii Koroonaa ittisuu fi to’achuuf godhamu keessatti dagannaan muul’atu…
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) –Sochii Vaayrasii Koroonaa ittisuu fi to'achuuf godhamu keessatti dagannaan muul'atu dhaabbachuu qaba jedhame.
Sadarkaa itti aanaa…
Adeemsa baruu fi barsiisuu adda cite Teeleeviizhiiniin eegaluuf qophiin xumurame
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Adeemsa baruu fi barsiisuu adda cite Teeleeviizhiiniin eegaluuf qophiin xumurame.
Biiroon barnootaa magaalaa Finfinnee sababa weerara…
Obbo Tamasgeen Zawdeen boqatan
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Miseensa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa duraanii kan turan obbo Tamasgeen Zawdeen boqatan.
Obbo Tamasgeenif wallaansi fayyaa taasifamaafii turus har'a…
Ityoophiyaatti namoota dabalataa sadirratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) –Ityoophiyaatti namoota dabalataa sadirratti vaayrasiin koroonaa argame.
Lakkoofsi namoota vaayrasicharraa dandamataniis 14 qaqqabeera.…
Injiinar Taakkalaan baankota nyaataa hundeeffaman daawwatan
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman baankota nyaataa hundeeffaman daawwatan.
Gosootni nyaataa addaddaa gara baankii…