Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adda citee kan ture geejibni ummataa qaxxaamura naannoo guyyaa har’aa akka eegaluu Abbaan Taayitaa…
Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Adda citee kan ture geejibni ummataa qaxxaamura naannoo guyyaa har’aa akka eegaluu Abbaan Taayitaa Geejibaa ibse
Weerara vaayrasi koronaa ittisuuf…
Ayyaanni kadhata Kamisaa guyyaa har’aa kabajame
Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Ayyaanni kadhata kamisaa hordooftoota amantaa kiristaanaan guyyaa har’aa sirnoota garagaraan kajameera.
Ayyaanicha Manni Amantaa Ortodooksi…
Naannoo Oromiyaatti hanqinni dhiyeessii akka hin mudanneef hojjetamaa jira
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) - Ayyaana Hiikatti rakkoon dhiyeessii akka hin mudanneef hojjetamaa jiraachuu Eejansiin Misooma Gabaa Oromiyaa beeksise.
Rakkoo weerara Vaayrasii koroonaan…
Magaalaa Finfinneetti tatamsa’ina vaayrasii koroonaa yeroo gabaa ayyaana Hiikaa hir’isuuf iddoon…
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti saaxilamummaa vaayrasii koroonaa yeroo gabaa ayyaana Hiikaa hir’isuuf iddooleen dhaaba horii dhaabbii ifoomeera.
Yeroo gabaa…
Naannichaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjiin hanga ammaatti hojjetame gaarii ta’uu…
Finfinnee, Eebla 7, 2012 (FBC) - Taaks foorsiin weerara dhibee koroonaa ittisuuf akka naannoo Oromiyaatti hundaa’e raawwii hojii hanga ammatti jiru gamaaggamuun kallattii kaa’era.
Walitti…
Hawaasni vaayrasii koroonaa ittisuuf of eeggannoo cimaa gochuu qabu – Aadde Loomii Badhoo
Finfinnee, Eebila 7,2012 (FBC) – Sochii Mootummaan Vaayrasii Koroonaa to’achuuf taasisaa jiru cinaatti hawaasni ofiin of eeguu akka qabu Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo…
Zayta Nyaataa alaa galurratti sirreeffamni gatii taasifame
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Mootummaan Zayta Nyaataa alaa galurratti sirreeffama gatii taasisuu isa Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise.
Ministeerichaatti Ministir deettaan…
Ityoo teeleekoom weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tajaajila walii galaarratti fooyya’iinsa…
Finfinnee, Eebila 7,2012 (FBC) - Ityoo teeleekoom weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tajaajila walii galaarratti fooyya’iinsa taasise.
Dhaabbatichi tajaajila walii galaa irratti…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 3 dabalataan argaman
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti sa'aa 24 darbetti namoota 431 qorannaan laaboraatoorii taasifameef keessaa namoonni 3 vaayrasii kanaan qabamuu isaanii Ministirri Ministeera…
MM FDRI Abiy Ahimad weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf lammiileef waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf lammiileen hundi qindoominaan socho’uu akka qabaman waamicha dhiyeessan.…