Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walirraa fageenya qaamaa eegudhaan walgargaarun itti fufuu qaba- MM Dr Abiy
Finfinnee, Eebila 12, 2012 (FBC) - Walirraa fageenya qaamaa eegudhaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuun, walgargaarun itti fufuu qaba jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 3 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa’e
Finfinnee, Eebila 12, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 3 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa'e.
Qorannaa laabraatoorii sa'aa 24 darbe keessatti namoota 396f taasifameen…
MM Dr Abiy biifaa keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii Hawaasaatti taasifameef…
Finfinnee, Eebila 12, 2012 (FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad biifaa keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii Paarkiin Indaastirii Hawaasaa torbee torbeedhan magaalaa…
Bobbiin sararaa fi sa’aan ba’iinsa geejiba qaxxaamura naannolee fooyya’e
Finfinnee, Eebila 12, 2012 (FBC)- Bobbii sararaa fi sa'aa ba'iinsa geejiba ummataa qaxxaamura naannoleerratti fooyyessi taasifameera.
Ministeerri Geejibaa raawwii labsii yeroo…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii 108 qaqqabe
Finfinnee, Eebila 11, 2012 (FBC)- Sa'aa 24 keessatti qorannaa laabraatoorii namoota 667f taasifameen, namoonni 3 vaayrasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'era.
Ministirri Ministeera Fayyaa…
MM Dr. Abiy Ahimad qaamaa miidhamtoota waraanaa waliin Ayyaana Faasikaa kabajan
Finfinnee, Eebila 11, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad qaamaa miidhamtoota waraanaa waliin Ayyaana Faasikaa kabajan.
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimadii fi…
Ayyaanni Du’aa Ka’uu Iyesuus Kristoos hordoftoota amantaa kiristaanaan guutummaa…
Finfinnee, Eebila 11, 2012 (FBC)- Ayyaanni Du'aa Ka'uu Iyesuus Kristoos hordoftoota amantaa kiristaanaan guutummaa Ityoophiyaatti kabajame.
Ayyaanni Du'aa Ka'uu Iyesuus…
MM Dr. Abiy wal’aanamtoota COVID-19 akka ooluf galma barkumeetti kan qophaa’e giddugala yaalaa…
Finfinnee, Eebila 11, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad wal’aanamtoota COVID-19 akka ooluf galma barkumeetti kan qophaa’e giddugala yaalaa daawwatan.
Muummeen Ministira…
Hoospitaalli Speeshaalaayizdii Q/Pheexroos dandamannaa yaala vaayrasii koroonaa ta’uufi
Finfinnee, Eebila 10, 2012 (FBC) - Hoospitaalli Speeshaalaayizdii Q/Pheexroos torbee dhuftuu eegalee guutummaatti dandamannaa yaala vaayrasii koroonaa ta'uufi.
Ministir deettaan…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii 105 qaqqabe
Finfinnee, Eebila 10, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii 105 qaqqabe.
Sa'aa 24 keessatti qorannaa laabraatoorii namoota 659f…