Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti ganna dhufu biqiltuu biiliyoona 3.5 dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu himame
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatt ganna dhufu biqiltuu gosa addaa addaa biliyoona 3.5 dhaabuuf qophiin barbaachisu taasifamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya…
Qajeelfamni misooma Invastimantii haaraan hojiirraa oole
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) –Sochii misooma Invastimantii caalmatti cimsuuf dambii haaraan ba’ee hojitti galamuu Komishiiniin Invastimantii Naannoo Oromiyaa beeksise.
…
Namtichi qajeelfama labsii yeroo ariifachiisaa darbuun gaa’ela intalaa raawwate to’atame
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaa aanaa Miidaa Oromootti namtichi qajeelfama labsii yeroo ariifachiisaa darbuun gaa’ela intala isaa raawwate to’atame.…
Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan,Baatii Ramadaanaa sababeefachuun…
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) –Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan, Baatii Ramadaanaa sababeefachuun hordooftoota amantaa Islaamaa maraaf ergaa baga…
Magaalichatti namoonni labsii yeroo ariifachiisaa darbanii argaman to’annoo jala oolan
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti namoonni qajeelfama Labsii yeroo ariifachiisaa darbanii argaman to’annoo jala ooluu isaanii Komishiiniin Poolisii…
Hawaasni Musiliimaa Baatii Ramadaanaa kana keessa harka qalleeyyii fi namoota humna hin qamne…
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) - Hawaasni Musiliimaa Baatii Ramadaanaa kana keessa harka qalleeyyii fi namoota humna hin qamne gargaaruu akka qaban Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa…
Meeshaaleen yaalaa ittisa weerara vaayrasii Koroonaaf oolu deeggarsaan kennaman
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni Gargaarsa Daa’immanii (UNICEF) meeshaalee yaalaa ittisa weerara vaayrasii Koroonaaf oolu deeggarsaan…
Ityoophiyaatti sa’aatii 24 darbetti namoota 965 qorannaan laaboraatoorii taasifameefii hundinu…
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti sa’aa 24 darbetti namoota 965 qorannaan laaboraatoorii taasifameef keessaa namoonni vaayrasichaan qabaman kan hin jirre ta’uu Ministeerri…
Injiinar Taakkalaan yeroo Baatii Ramadaanaa tola ooltummaan daraan cimuu akka qabau waamicha…
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Itti aanaan Kaantibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan yeroo Baatii Ramadaanaa aadaa fi muuxxaannoon walgargaaruu daraan cimuu akka qabu…
Sababa weerara dhibee koroonaan dhaabbileen fayyaa tokko tokko tajaajila kennaa hin jiran-…
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Sababa sodaa weerara vaayrasii koroonaan dhaabbileen fayyaa tokko tokko tajaajila yaalaa kennaa akka hin jirre Ministeerri Fayyaa beeksise.
…