Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Oromiyaa fi Amaaraatti miidhaa hoomaan Awwaannisaa qaqqabsiisu hir’isuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa fi Amaaraatti miidhaa hoomaan awwaannisaa oomisha Arfaasarraan ga’u hir’irsuuf hojjetamaa jiraachuu himame.
Naannoo Oromiyaa Gammoojjii…
Magaalichaatti sagantaan barnootaa ‘barumsa mana kootti’ jedhu hojiirra oolaa jiraachuu himame
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan barnootaa ‘barumsa mana kootti’ jedhu hojiirra oolaa jiraachuu Biiroon Barnooraa magaalichaa beeksiseera.
Hoggaanaan…
Sakattoo mana manarraatin manneen miiliyoona 3 ol qaqqabuun danda’ameera
Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Hojii sakattoo mana manarraatin manneen miiliyoona 3 ol qaqqabuun danda'amuu ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan beeksisan.…
Hoggansi Paartii Badhaadhinaa Finfinnee mindaa isaanii baatii tokkoo Hidha Haaromsaatif laatan
Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Hoggansi Paartii Badhaadhinaa Finfinnee mindaa isaanii baatii tokkoo ijaarsa Hidha Haaromsaatif laatan.
Hoggantoonni kanneen Birrii miiliyoona 19 ol…
Preezdaant Saahilawarq hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga soomana Ramadaanaa geessan jedhan
Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga soomana Ramadaanaa geessan jedhan.
Ergaa baga geessanii isaanitiin,…
MM Dr Abiy Ahimad, muummee ministiraa Swiidiin waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, muummee ministiraa Swiidiin Steefan Loovaan waliin weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti bilbilaan…
Muummee ministiraa fi preezdaantiin naannoo Oromiyaa qophii hojii biqiltuu daawwatan
Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Oromiyaatti qophii hojii biqiltuu…
Namoonni 25 vaayrasicharraa dandamatan
Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaarraa dandamatan 25 qaqqabuu ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan beeksisan.…
Sanyii filatamaa kuntaala kuma 100 ol raabsuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Koorporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Ganni osoo hin seenin sanyii filatamaa kuntaala kuma 100 ol raabsuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.
…
Konkolaattoonni hataman saddeet shakkamtoota 16 waliin to’ataman
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Konkolaattonni hataman saddeet shakkamtoota 16 waliin to'atamuu isaanii Komishiniiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.
Daayreektarri…