Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI Alshabaabirratti tarkaanfii fudhachuu beeksise
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI Alshabaabirratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.
Alshabaab miseensota raayyaa ittisaa imalarra turanirratti…
Ogeeyyii warshaa daabboo shaggariif leenjiin ‘online’ kenname bu’aa qabeessa ture jedhame
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Yeroo dhiyootti hojii kan eegalu ogeeyyii warshaa daabboo Shaggariif leenjiin ‘online’ kennamaa ture bu’aa qabeessa ta’uu Injiinar Taakkalaan ibsaniiru.…
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa dabalataan namoota 5 irratti argame
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) - Qorannaa laabraatoorii sa’aatii 24 darbe keessatti namoota kuma 1 fi 19 taasifameen namoota 5 irratti dabalataan vaayrasichi argamuu isaa Ministirri…
Weerarri Vaaayraasii koroonaa diinagdee Ityoophiyaa haalaan miidhuu danda’a jedhame
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Weerarri Vaaayraasii koroonaa diinagdee Ityoophiyaa haalaan miidhuu akka danda’u Waldaan Ogeeyyii Diinagdee Itoophiyaa beeksise.
…
Naannoo Oromiyaatti paampiiwwan bishaanii 2,160 waldaaledhaaf dabarfaman
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti paampiiwwan bishaanii 2,160 waldaaledhaaf dabarfaman.
Paampiiwwan jallisii 2,160 kanneen bakka preezdaantiin mootummaa naannoo…
Magaalaa Dirree Dawaatti balaan lolaa miidhaa qaqqabsiise
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti balaan lolaa miidhaa qaqqabsiise.
Rooba cimaa kaleessa guyyaa sa'aa 7:30rraa eegalee rooben miidhaan lubbuu fi qabeenyaa…
Saa’udiitti Imbaasiin Ityoophiyaa lammiilee Ityoophiyaa ugguraman baraaruu beeksise
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) - Saa’udiitti Imbaasiin Ityoophiyaa lammiilee Ityoophiyaa magaalaa Dawaadimiitti ugguramanii turan 5 baraaruu beeksise.
Bulchiinsa Riyaad magaalaa…
Buufatni konkolaataa Amboo ebbifame
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Buufatni konkolaataa Amboo ebbifame.
Buufatichi Birrii miiliyoona 100 oliin kaaremeetira kuma 20 irratti ijaarrame.
Buufatni konkolaataa magaalaa…
Hawaasni Musiliimaa yeroo Sooma Ramadaanaa vaayrasii koroonaaf akka hin saaxilamne of eeggannoo…
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Hawaasni Musiliimaa yeroo Sooma Ramadaanaa vaayrasii koroonaaf akka hin saaxilamne of eeggannoo gochuu akka qaban Manni Maree Islaamummaa waliigalaa…
Hidha Haaromsaa dhimma misoomaa qofa osoo hin taane, dhimma jireenyati
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Hidha Haaromsaa dhimma misoomaa qofa osoo hin taane, dhimma jireenyati jedhame.
Faanaa Broodkaastiing Koorporeet Ministeera Dhimma Alaa FDRItti miseensa…