Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sulultaatti konkolaachiftoota labsii hataattamaa darban 160 irratti tarkaanfin fudhatame
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Sulultaatti konkolaachiftoota labsii hataattamaa darban 160 irratti tarkaanfin fudhatame.
Qajeelchi Pooliisii fi Abbaa…
Preezdaant Saahilawarq koomiishinicha waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen koomiishinii idil addunyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Balaa konkolaataa naannoo Amaaraatti qaqqabeen lubbuun namoota 10 darbe.
Balichi kan qaqqabe konkolaataan geejiba ummataa Mooxaadhaa gara…
Deeggarsi Jaak Maa marsaa 3ffaan Finfinnee gale
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Deeggarsi meeshaalee yaalaa Faawundeeshinii Jaak Maa marsaa sadaffaan har'a Finfinnee gale.
Deeggarsichi Finfinnee Tajaajila Fe'umsaa fi…
Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti abbootii warraa kuma 1 fi 70 deeggarsi taasifame
Finfinnee, Eebila 18, 2012 (FBC) –Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti abbootii warraa kuma 1 fi 70 deeggarsi taasifame.
Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti Sooma Ramadaanaa fi weerara vaayrasii…
Magaalaa Jiinkaatti roobni cimaan roobuun bu’uuraalee misoomaarratti miidhaa qaqqabsise
Finfinnee, Eebila 18, 2012 (FBC) – Godina Oomoo kibbaa magaalaa Jiinkaatti rooba cimaan roobeen bakka Neerii jedhame waamamutti lagni guutuun loolaan cimaa uumeera.
Sabaaba kanaan…
IItyoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaarraaa dandamatanii 41 ga’eera
Finfinnee, Eebila 18, 2012 (FBC) - Qorannaa laabraatoorii sa’aatii 24 darbe keessatti namoota 957 taasifameen nama 1 irratti dabalataan vaayrasichi argamuu isaa Ministirri Ministeera Fayyaa…
MM FDRI Abiy Ahimad Doonaald Traamp waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Ameerikaa Doonaald Traamp waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Daandiin Qilleensichaa namoota harka qalleeyyiif sagantaa nyaataa eegale
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa namoota harka qalleeyyiif sagantaa nyaataa eegaluu isaa beeksise.
Sagantaan nyaataa kun guyyaatti yeroo tokko…
Vaayrasii koroonarratti qorannoo kan gaggeessu koreen addaa qorannoo fi sakkattoo hundaa’e
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Koreen addaa qorannoo fi sakattoo biyyaalessaa Vaayrasii koroonarratti qorannoo gaggeessu hundaa’uu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo…