Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Ministeerotaa balaa diinagdee biyyatti qunname hir’isuuf kakka’umsi diinagdee qophaa’e…
Finfinnee, Eebila 20, 2012 (FBC) – Manni Maree Ministeerotaa balaa diinagdee biyyatti qunname hir’isuuf kakka’umsi diinagdee qophaa’e hojiirra akka oolu murteesse.
Manni Maree…
Waliigalteen qorannoo qindeessa gaazii uumamaa Ityoophiyaatti ijaarsisu dandeessisu mallattaa’e
Finfinnee, Eebila 20, 2012 (FBC) – Waliigalteen qorannoo qindeessa gaazii uumamaa Ityoophiyaatti ijaarsisu dandeessisu mallattaa’e
Ministeerri Albuudaa fi Boba'aa FDRI dhiiyeenya…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 126 qaqqabe
Finfinnee, Eebila 20, 2012 (FBC) – Qorannaa laabraatoorii samuudaa 1080 irratti sa'aa 24 darbe keessatti gaggeeffameen, nama lamarratti vaayrasiin koroonaa argame.
Haaluma kanaan…
Balaa tiraafikaa Walaayittaa magaalaa Soddootti qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Eebila 20,2012(FBC)- Balaa tiraafikaa Walaayittaa magaalaa Soddootti qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe.
Balaan tiraafikaa qaqqabe kun magaalaa Sooddoo naannoo Lidataa…
Abbaan Taayitaa Daandiwwan Ityoophiyaa waliigaltee ijaarsa daandiwwan 7 baasii Birrii biiliyoona…
Finfinnee, Eebila 20,2012(FBC)- Abbaan Taayitichaa guyyaa har’aa daandiwwaan waliigaltee mallatteesse kan ijaaramu sadarkaa aspaaltiin yoo ta’u, waliigalaan kiiloo meetra 509.11 dheerata.…
Meeshaaleen tajaajila argansuuf oolan raabsamaa jiru
Finfinnee, Eebila 20,2012(FBC)- Meeshaaleen tajaajila argansuuf oolan guutuu biyyattiitti raabsamaa jiru.
Meeshaaleen kanneen tajaajila deeggarsa argansuu namoota dhibee vaayrasii…
Finfinneetti namoonni 116 shiishaa osoo xuuxanuu to’ataman
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinnee aanaa 4, naannoo Sameen Maazzagaajaatti namoonni 116 shiishaa osoo xuuxanuu to'atamuu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee beeksise.…
Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa, Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa waliin deeggarsa laate
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa, Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa waliin ta'uudhan deeggarsa laate.
Deeggarsichas garee ittisa vaayrasii koroonaaf…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasicharraa dandamatan 50 ga’an
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Qorannaa laabraatoorii samuudaa 943 irratti sa'aa 24 darbe keessatti gaggeeffameen, nama tokkorratti vaayrasiin koroonaa argame.
Haaluma…
Federeeshinichi keemikaalota farra aramaa Birrii biiliyoona 1.3 bite
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Federeeshiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Oromiyaa bittaa keemikaalota farra aramaa Birrii biiliyoona 1.3 raawwachuu beeksise.
Itti aanaa…