Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoonni 9 labsii yeroo ariifachiisa cabsanii himataman maallaqaan adabaman
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Namoonni 9 labsii yeroo ariifachiisa cabsanii himataman maallaqaan adabaman.
Namoota labsii yeroo ariifachiisa cabsan 9n kanneen Abbaan Alangaa…
Ejansiin misoomaa Gabaa Oromiyaa Sirna al- ergii hammayya’aa fi haqa qabeessaa ta’e…
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) –Ejansiin misoomaa Gabaa Oromiyaa Sirna al- ergii hammayya'aa fi haqa qabeessaa ta'e diriirsuun fayyadamimmaa ummataa mirkaneessuuf hojjachaa jirachuu…
Mariin mata duree “COVID-19 filannoo dheeressuu fi filannoowwan seeraa” jedhuun gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Mariin mata duree “COVID-19 filannoo dheeressuu fi filannoowwan seeraa” jedhuun gaggeeffame.
Sababa COVID-19n filannoo fulduraa…
Ergaa Muummeen Ministira Dooktar Abi Ahimad daa’mmanii fi ijoollee Ityoophiyaaf dabarsan
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Ergaa Muummeen Ministira Dooktar Abi Ahimad daa'mmanii fi ijoollee Ityoophiyaaf dabarsan.
Jaallatamtoota daa'mmanii fi ijoollee Ityoophiyaa
Har'a…
Roobni roobaa jiru naannoowwan murtaa’etti cimee akka itti fufu Ejansiin Metroolajii Biyyaalessaa…
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Roobni roobaa jiru naannoowwan murtaa’etti cimee akka itti fufu Ejansiin Metroolajii Biyyaalessaa beeksise.
Ejansichi roobni cimee itti fufu kun…
Gamtaan Awrooppaa vaayrasii koroonaa ittisuuf carraaqqii Ityoophiyaan taasiftuuf deeggarsa Yuuroo…
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) –Gamtaan Awrooppaa vaayrasii koroonaa ittisuuf carraaqqii Ityoophiyaan taasiftuuf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 25 taasisuu ibse.
Gamtichi…
Tuurk Meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaaf oolan Ityoophiyaaf deeggarsa taasifte
Finfinnee, Eebila 20, 2012 (FBC) –Tuurk Meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaaf oolan Ityoophiyaaf deeggarsa taasifte.
Mootummaan Tuurk meshaalee garagaraa ittisa vaayrasi…
Miinisteerri Galiwwani baatiwwan 9 keessatti galii Birrii biliyoona 100 fi Biliyoona 83 ol walitti…
Finfinnee, Eebila 20, 2012 (FBC) – Miinisteerri Galiwwani baatiwwan 9 keessatti galii Birrii biliyoona 100 fi Biliyoona 83 ol walitti qabuu beeksise.
Miinisteerri galiwwaani ji’a 9…
Dhiibba weerara vaayrasii koroonaa fi Awwaanisaan oomishni %8 hir’ina agarsiisu danda’a – Ministeera…
Finfinnee, Eebila 20, 2012 (FBC) – Dhiibbaa weerarri vaayrasii koroonaa fi Awwanisni waliin uumaniin oomishni %8 hir’ina agarsiisuu akka danda’u Ministeerri Qonnaa beeksise.
…
Naannoo Oromiyaatti namootni 10 vayirasichaan kan qabaman yoo ta’u, isaan kana keessaa namootni 3…
Finfinnee, Eebila 20, 2012 (FBC) – Vaayrasiin Koroonaa biyya keenyatti erga mul’atee kaasee naannoo Oromiyaatti namootni 10 vayirasichaan kan qabaman yoo ta’u, isaan kana keessaa namootni 3…