Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooramii magaalota Afrikaa jalqabaa goda hambaa yaadannoo injifannoo Adwaa Galma Paan-Afrikaatti…
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)- Fooramii magaalota Afrikaa jalqabaa goda hambaa yaadannoo injifannoo Adwaa Galma Paan-Afrikaatti gaggeessaa jirra jedhan Kantiibaan magaalaa…
Guyyoota Qaammee sadarkaa biyyaatti haala hoo’aa ta’een kabajuuf qophiin xumurame – TKM
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Guyyoota Qaammee sadarkaa biyyaatti haala hoo’aa ta’een kabajuuf qophiin xumuramuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Ministir Deetaan…
Dooktar Abiy, Jeneraal Abdal Fattaa Alburihaan waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Jeneraal Abdal Fattaa Alburihaan waliin mari’ataniiru.
Yaa’ii…
Magaalota bakka jireenyaa filatamoo taasiisurratti Itiyoophiyaan hojii fakkeenyummaa qabu hojjechaa…
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Magaalota bakka jireenyaa filatamoo taasiisurratti Itiyoophiyaan hojii fakkeenyummaa qabu hojjechaa jiraachuu Ministirri Magaalaa fi Bu’uraalee misoomaa…
Diinagdeen Itiyoophiyaa qormaata keessatti guddina saffisaa galmeesseera – Obbo Ahimad Shiidee
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Waggoottaan 6 darban Diinagdeen Itiyoophiyaa qormaata keessatti guddina saffisaa galmeessuu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen ibsan.…
Taarifni Haaraan Tajaajila Elektirikaa Fulbaana 1, 2017 eegalee hojiirra oola jedhame
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Taarifni Haaraan Tajaajila Elektirikaa Fulbaana 1, 2017 eegalee hojiirra kan oolu ta’uu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise.
Bara…
Pireezidaanti Saahilawarqi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Daayrektara Olaantuu ‘HABITAT’…
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Daayrektara Olaanuu ‘HABITAT’Annaaklaawudiyaa Roosbaachi waliin…
Caaseffama haaraa itti dhiyeenyaan hawaasa tajaajilu diriirsuun kenna tajaajilaa kan mirkaneessudha…
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Naannoon Oromiyaa Caaseffama haaraa itti dhiyeenyaan hawaasa tajaajiluu diriirse kenna tajaajilaa kan mirkaneessu ta’uu ibsameera.
Sirna biyya kanaa…
Fooramiin Magaalota Afrikaa yeroo jaqabaaf Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)-Fooramiin Magaalota Afrikaa Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf qopheessite Magaalaa Finfinneetti gageeffamuu eegaleera.
Fooramichi mata duree “Misoomaa…
Dooktar Abiy Chaayinaa Beejiingi Galan
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa Beejiingi galaniiru.
Dooktar Abiy…