Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Weerara Vaayrasii koroonaa ittisuuf naannoo daangaatti to’annoo cimaan godhameera – obbo Musxaafee…
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC ) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf naannoo daangaatti to’annoo cimaan taasifamuu itti aanaan Preezdaantii naannoo Soomaalee obbo Musxaafee Mahaamad…
Oromiyaan qajeelfama dambii bulchiinsa liqii calla guddistuu haaraa ifoomse
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa qajeelfama dambii haaraa bulchiinsa liqii calla guddistuu hojiirra akka oolu ifoomse.
Qajeelfamni dambii haaran…
Obbo Gadduun, ministira Ministeera Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa Neezarlaandis waliin…
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Ministeera Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa Neezarlaandis waliin mari'atan.
…
Sa’aa 24 keessatti qorannaa 1,408 taasifameen, dubartiin 1 vaayrasichaan qabamteetti
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Sa'aa 24 keessatti qorannaa laabraatoorii 1,408 taasifameen, namni 1 Ityoophiyaatti vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa'era.
Ministeerri…
Jarman, Ityoophiyaadhaf deeggarsa Birrii biiliyoona 4.3 ifoomsite
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Jarman Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 20 ifoomsite.
Deeggarsi Yuuroo miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 20…
Innisheetiivii Dhaabbanni Mootummoota Gamtooman eegale Ityoophiyaan ni deeggarti – preezdaant…
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Innisheetiivii Dhaabbanni Mootummoota Gamtooman weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf eegale Ityoophiyaan ni deeggarti jedhan preezdaantiin FDRI…
Manni marichaa yaada murtoo filannoo waliigalaarratti dhiyaate koree dhaabbii dhimmisaa ilaallatuuf…
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI walga'ii idileesaatin, yaada murtoo filannoo waliigalaarratti dhiyaate koree dhaabbii dhimmisaa ilaallatuuf…
Goondaritti namoonni yakkoota addaddaatin shakkaman 32 to’ataman
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Magaalaa Goondaritti namoonni yakkoota addaddaatin shakkaman 32 to'annoo jala ooluu manni maree nageenyaa magaalichaa beeksise.
Namoonni kanneen naannoo…
Sirreeffamtoonni Hararii miliquuf turan adabaman
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Sirreeffamtoonni Mana Amala Sirreessaa Hararii miliquuf turan akka adabamana murtaa'e.
Sirreeffamtoonni kanneen Bitootessa 27,2012 balbala cabsuun…
Jaanmeedaatti rakkoo mudateen namoota 7rra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Naannoo Jaanmeedaatti (Urufa Doobbii) rakkoo mudatee tureen namoota 7rra miidhaan salphaa fi jiddugaleessi qaqqabe.
Nama 6rra miidhaa salphaan, nama…