Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daa’immanii fi maatii harka qalleeyyiif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Eebila 24, 2012(FBC)- Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa daa'imman daandirraa walitti qabamaniif deeggarsa taasise.
Biiroon Dhimma Hojjetaafi…
Ityoophiyaatti namoota dhibee koroonaan qabaman waliin namoota tuttuqaa qabaman 2,516f hordoffiin…
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti Bitoottessa 3, 2012 eegalee namoonni namoota dhibee koroonaan qabaman waliin tuttuqaa qaban kuma 2 fi 516f hordoffiin taasifamaafii…
Haala hundeeffama foormii idil addunyaa Yuunvarsiitiwwan Ityoophiyaarratti mari’atame
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) - Fooramii idila addunyaa dhaabbilee barnootaa olaanoo Ityoophiyaa hundeessuuf mariin gaggeeffame.
Ministir deettaan Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee…
Weerara vaayrasii koroonaa haala ittisun danda’amurratti mari’atame
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Ministiroonni damee Barnootaa, Saayinsii, Teekonooloojii fi Innooveeshiinii miseensota biyyoota gamtaa Afrikaa weerara COVID -19 irratti mari’atan.…
Shakkamtoonni sukkaaraa wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin walitti makuun damma jechuun…
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Shaakkamtoonni sukkaaraa wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin walitti makuun damma jechuun gurguruuf qopheessaa turan to’atamuu isaanii…
Miseensonni boordichaa qabeenya namoota harka qalleeyyii deeggaruuf walitti qabame daawwatan
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Miseensonni Boordii sakkattoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa qabeenya lammiilee madda galii hin qabne deeggaruuf Bulchiinsi magaalaa Finfinnee…
Koreen Ministirootaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hundaa’e bu’aa gaarii argamsiiseera –…
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Koreen Ministirootaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hundaa’e bu’aa gaarii argamsiisuu isaa Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dubbataniiru.…
Qonnaan Bultoonni oomisha jallisiirraa fayyadamoo akka ta’an hojjetamaa jira
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Qonnaan Bultoonni oomisha jallisiirraa kallattiin fayyadamoo akka ta’aniif hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uummaamaa Oromiyaa beeksise.…
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa namoota lamarratti dabalataan argame
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Sa'aa 24 keessatti qorannaa laabraatoorii namoota 912 taasifameen, namoonni 2 vaayrasii koroonaatiin qabamuun mirkanaa'era.
Ministeerri Fayyaa…
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa hojjettoota addunyaa sababeeffachuun ergaa baga…
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC ) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaan hojjettoota addunyaa bara kanaa walgargaaruu fi walii yaaduun kabajamuu qaba jedhan.
Baga…